Etv Afaan Oromoo @etvafaanoromoo1 04.03.2026 11:56 Скопировать Пожаловаться Piriimiyer Liigii Ingilaand - Arsenaalii Maanchiistar Siitii waliin sa'aatii wal fakkaataatti ****************************** Piriimiyar Liigii Ingilaand torban 29ffaa irratti Arsenaal kan Liigicha dursee deemaa jiruu fi Maanchiistar Siitii kan qabxii shaniin gadi bu'ee 2ffaa irra jiru, waancaa fudhachuuf carraaqqii gochaa jiran sa'aatii wal fakkaataatti itti fufu. Galgala sa'aatii 4:30 irratti Arsenaal dirree isaatiin alaatti Biraayitan qaman. Kaay Haaveerz, Deekilaan Raayisii fi dursaan garichaa Maartiin Odeegaard tapha kana ni hirmaatu jedhameet eeggama. Arteettaan dadhabbii taphattootaa hir'isuuf jijjiirrama muraasa ni taasisa. Siitiin dirree isaa Iithaad irratti Fooreest keessummeessa. Siitiin waancaa bara darbe fudhate eegsifachuuf halkan kana injifachuun isaa dirqama. Haalaand taphachuun isaa ammallee hin mirkanoofne. Yuunaayitid kan Maayikil Kaariik booda bifa gaariin deebi'ee galgala sa'aatii 5:15 irratti dirree alaatti ni taphata. Taphoota biroo sa’aatii 4:30 irratti; ✅ Astoon Viilaa Cheelsii waliin ✅ Fuulhaam Weestihaam (Darbii Landan) waliin ❤ 8 👍 4 7.2K
Обсуждение 0
Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.
Обсудить в Telegram