Etv Afaan Oromoo @etvafaanoromoo1 19.02.2026 11:28 Скопировать Пожаловаться Tapha eda galgalaa Arsenaal Woolvis waliin walqixa itti bahan ******************* Priimayer Liigii Ingilaand eda halkan taphatameen, Arsenaal fi Woovis 2 fi 2 qixa bahaniiru. Tapha Istaadiyeemii Mooliiniiksitti taphatame kanaan Arsenaaliif Bukaayoo Saakaa fi Piyeeroo Hiinkaapiyeen goolii yoo galchan, Woolvisiif ammoo immoo Huugoo Buunoo fi Rikaardoo Kalaafiyooriin (dogoggoraan ofirratti galche) goolii galchaniiru. Arsenaal garaagarummaa qabxii Maanchiister Siitii waliin jiru bal’isuuf carraa argate utuu hin fayyadamin hafeera. 😁 10 ❤ 9 1 1 6.4K
Обсуждение 1
Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.
Обсудить в Telegram