Etv Afaan Oromoo @etvafaanoromoo1 20.01.2026 18:33 Скопировать Пожаловаться Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa Xiyyaarota Booyiing ‘Dreamliner’ 787-9 sagal bite ********************************* Gareen Daandii Qilleensaa Itoophiyaa Xiyyaarota Booyiing 787-9 ‘Dreamliner’ sagal Kaampaanii Booying irraa bitachuu beeksise. Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa waggoota sadan itti aanan keessa bara 2031 hanga 2033tti Xiyyaara Booyiing haaraa ni fudhata. Guddumaa isaa cimsuun qaqqabummaa idil-addunyaa isaa guddisuuf kan gargaaru ta’uus beeksisaniiru. ❤ 25 👍 4 2 6.9K
Обсуждение 0
Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.
Обсудить в Telegram