Etv Afaan Oromoo @etvafaanoromoo1 22.12.2025 21:23 Скопировать Пожаловаться Moorookoo – Istaadiyeemii Molaayii Abdallaah ***************** Tapha Waancaa Afrikaa 2025 (AFCON) kaleessa Moorookootti eegalame kan keessummeesse Istaadiyeemii Molaayii Abdallaah. Tapha Waancaa Afrikaa 2025nii kanaaf ijoolleen Afrikaa Piriimiyer Liigii Inilaand keessa taphatan 32 dorgommii Moorookoon keessummeessa jirtu kana irratti hirmaachaa jiru. ❤ 20 🥰 2 1 2 6.3K
Обсуждение 1
Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.
Обсудить в Telegram