Etv Afaan Oromoo @etvafaanoromoo1 19.12.2025 18:03 Скопировать Пожаловаться Ergaa Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) ***************************** “Pirezidaantii Rippabiliika Federaalaa Somaaliyaa Hasan Sheeh Mohammad daawwannaa hojii guyyaa tokkootiif Itoophiyaa dhufan simadheera. Mariiwwan hariiroo gar-lamee waggaa tokko darbeef mari’achaa turre itti fufuudhaan ammas marii bu’aa qabeessa mari’anneerra. Yaada wal jijjiiruun keenya kun, dhimmoota waloo keenyaa dursuudhaan raawwachuuf akkasumas hariiroo cimaaf, tasgabbii naannootii fi kutannoo misoomaaf qabnu irra deebiin cimsineerra.” ❤ 28 👍 13 1 6K
Обсуждение 1
Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.
Обсудить в Telegram