avatar
Etv Afaan Oromoo
@etvafaanoromoo1
19.12.2025 11:32
Iluu Abbaaboor - Bosona Yaayyoo
******************************

Godina Iluu Abbaabooritti kan argamu Bosonni Yaayyoo, lafa heektaara kuma 100 fi kuma 67 irra jira.

Qabeenyi luubbu qabeeyyii hedduun kan keessa jiru Bosonni Yaayyoo, Dhaabbata Barnootaa, Saayinsii fi Aadaa Biyyoota Gamtoomanii/UNESCOtiin beekamtiin kennamuufiin isaa ni yaadatma.

Madda -Biiroo Aadaa fi Tuuriizimii Oromiyaa
👍 9
6
👎 1
2 5.7K

Обсуждение 0

Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.

Обсудить в Telegram
Открыть в Telegram