Ethiopia Check @ethiopiacheck 05.08.2025 01:04 Скопировать Пожаловаться #FactCheck Viidiyoon ‘hidhattoonni Faannoo bidiruu Xaanaanash 2 irratti dhukaasa banan’ jechuun qoodamaa jiru soba Guutuusaa dubbisuuf geessituu kana cuqaasaa: https://ao.ethiopiacheck.org/home/viidiyoon-hidhattoonni-faannoo-bidiruu-xaanaanash-2-irratti-dhukaasa-banan-jechuun-qoodamaa-jiru-soba/ Itoophiyaa Cheek Viidiyoon ‘hidhattoonni Faannoo bidiruu Xaanaanash 2 irratti dhukaasa banan’ jechuun qoodamaa jiru soba - Itoophiyaa Cheek Fayyadamtoonni Feesbuukii tokko tokko viidiyoo ‘wayita hidhattoonni Faannoo bidiruu Xaanaanash 2 irratti dhukaasa banan agarsiisa’ jedhan qoodaa jiru. Fuulawwan fi akkaawuntiiwwan Feesbuukii odeeffannoo kana qoodan, viidiyichi naannoo Amaaraa keessatti akka waraabamefii miseensota Raayyaa Ittisaa fi hidhattoota Faannoo gidduutti wayita dhukaasni adeemu akka agarsiisuus eeraniiru. ❤ 6 👍 5 13 1 15.9K
Обсуждение 13
Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.
Обсудить в Telegram