#MondayMessage Feesbuukii irratti maxxansawwan buleeyyii akkamiin salphaatti barbaannee argachuu dandeenya?
Taatee yeroo dhiyootti mudate dhoksuuf jecha maxxansawwan Feesbuukii turan wabeeffachuun mala namoonni odeeffannoowwan sobaa tamsaasan irra deddeebiin itti fayyadaman ta’aa jira.
Guutuusaa dubbisuuf geessituu kana cuqaasaa:
https://ao.ethiopiacheck.org/home/facebook*-search-tools-to-learn-about-who-posted-what-feesbuukii/
Обсуждение 0
Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.
Обсудить в Telegram