#MondayMessage Maalummaafii maloota ittisaa duulawwan odeeffannoo sobaa bifa qindaa’een adeemsifaman
Babal’achuu itti fayyadama miidiyaa hawaasaan walqabatee duulli odeeffannoo sobaa bifa qindaa’een taasifamu (coordinated disinformation campaigns) galmoota siyaasaa, diinagdee fi hawaasummaa milkeessuuf dhimma itti bahamaa jira.
Guutuusaa dubbisuuf geessituu kana cuqaasaa:
https://ao.ethiopiacheck.org/home/mondaymessageodeeffannoo/
Обсуждение 0
Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.
Обсудить в Telegram