avatar
Ethiopia Check
@ethiopiacheck
07.10.2024 18:24
#MondayMessage Miidhaawwan haasaa jibbiinsaa fi tarkaanfilee fudhachuu dandeenyu

Haasaan jibbiinsaa taatee haaraa ta’uu baatus babal’achuu teekinoloojiiwwan qunnamtii ammayyaan deeggaramuun babal’achaa jira.

Haasaan jibbiinsaa namoota dhuunfaa akkasumas gareelee gidduutti jibbiinsifii loogiin akka uumamu taasisa.

Guutuusaa dubbisuuf geessituu kana cuqaasaa: https://ao.ethiopiacheck.org/home/mondaymessagehaasaajibbiinsaa/
Itoophiyaa Cheek
Miidhaawwan haasaa jibbiinsaa fi tarkaanfilee fudhachuu dandeenyu - Itoophiyaa Cheek
Haasaan jibbiinsaa taatee haaraa ta’uu baatus babal’achuu teekinoloojiiwwan qunnamtii ammayyaan deeggaramuun babal’achaa jira. Haasaan jibbiinsaa namoota dhuunfaa akkasumas gareelee gidduutti jibbiinsifii loogiin akka uumamu taasisa.
👍 6
1
1 8.7K

Обсуждение 0

Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.

Обсудить в Telegram

Ethiopia Check

24.9K
ኢትዮጵያ ቼክ በማህበራዊ ሚድያ እና በመደበኛ ሚድያዎች የሚቀርቡ ሀሰተኛ መረጃዎችን በማጣራት ስራዎቹን ለተከታታዮቹ ያቀርባል።
Открыть в Telegram