avatar
Ethiopia Check
@ethiopiacheck
02.10.2024 18:51
#FactCheck Viidiyoon ‘xayyaara daangaa qilleensa Itoophiyaa keessatti rukkutamee kufe agarsiisa’ jechuun qoodame kun dogongora

Fuulli Feesbuukii maqaa ‘Digital Qeerroo’ jedhu fi hordoftoota kuma 76 ol qabu viidiyoo xayyaarri “diinaa” daangaa Itoophiyaa seene rukkutamee wayita kufu agarsiisa jedhe qoodee jira.

Guutuusaa dubbisuuf geessituu kana cuqaasaa: https://ao.ethiopiacheck.org/home/fakevidiogameitoophiyaa/
Itoophiyaa Cheek
Viidiyoon ‘xayyaara daangaa qilleensa Itoophiyaa keessatti rukkutamee kufe agarsiisa’ jechuun qoodame kun dogongora - Itoophiyaa Cheek
Suuraan kun tibbana ijaarsi Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa dhibbentaa 95 gaheera jadhamuusaatiin walqabatee qoodamaa akka jirus hubanneerra.
👍 6
2 1 9.8K

Обсуждение 2

Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.

Обсудить в Telegram

Ethiopia Check

24.9K
ኢትዮጵያ ቼክ በማህበራዊ ሚድያ እና በመደበኛ ሚድያዎች የሚቀርቡ ሀሰተኛ መረጃዎችን በማጣራት ስራዎቹን ለተከታታዮቹ ያቀርባል።
Открыть в Telegram