avatar
Ethiopia Check
@ethiopiacheck
17.09.2024 00:01
#FactCheck Suuraawwan kunneen Ministirri Ittisaa Itoophiyaa duraanii Obbo Lammaa Magarsaa wayita tibba kana badhaasa fudhatan kan agarsiisan mit

Suuraawwan waraabbiin iskiriinii (screenshot) isaanii mul’atu kun guyyoota muraasaa as marsaalee hawaasaarratti baay’inaan qoodamaa jiru.

Suuraawwan kunneen Ministira Ittisaa Itoophiyaa kan turan Obbo Lammaa Magarsaa angawoota waraanaa Ameerikaa (US) waliin kan agarsiisaniidha.

Guutuusaa dubbisuuf geessituu kana cuqaasaa: https://ao.ethiopiacheck.org/home/these-photos-do-not-show-former-defense-minister-lama-magarsa-receiving-the-award-in-recent-days-itoophiyaa/
Itoophiyaa Cheek
Suuraawwan kunneen Ministirri Ittisaa Itoophiyaa duraanii Obbo Lammaa Magarsaa wayita tibba kana badhaasa fudhatan kan agarsiisan miti - Itoophiyaa Cheek
Suuraawwan kunneen Ministira Ittisaa Itoophiyaa kan turan Obbo Lammaa Magarsaa angawoota waraanaa Ameerikaa (US) waliin kan agarsiisaniidha. Odeeffannoowwan tibbana qoodamaa jiranis barreeffama “Dr. Lammaa Magarsaa hojii seenaa qabeessa hojjeteef mootummaan Ameerikaa ‘nama jabaa waggaa kanaa’ jechuun badhaasa fi beekamtii laateef” jedhu waliin qoodamaa jiru.
👍 7
1
8.4K

Обсуждение 0

Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.

Обсудить в Telegram

Ethiopia Check

24.9K
ኢትዮጵያ ቼክ በማህበራዊ ሚድያ እና በመደበኛ ሚድያዎች የሚቀርቡ ሀሰተኛ መረጃዎችን በማጣራት ስራዎቹን ለተከታታዮቹ ያቀርባል።
Открыть в Telegram