#EthiopiaCheck Qajeeltoowwan amanamummaa odeeffannoo Dhaabbanni Biyyoota Gamtoomanii /UN/ ifoomse maalfaadha?
Odeeffannoon sobaa fi haasaan jibbiinsaa biyyoota garagaraa keessatti walitti bu’iinsi akka uumamu, sirni dimokiraasii akka quucaru akkasumas mirgoonni namoomaa akka sarbaman taasisuu Dhaabbanni Biyyoota Gamtoomanii /UN/ hima.
Guutuusaa dubbisuuf geessituu kana cuqaasaa:
https://ao.ethiopiacheck.org/home/qajeeltoowwan-amanamummaa-odeeffannoo-dhaabbanni-biyyoota-gamtoomanii-un-ifoomse-maalfaadha/
Обсуждение 0
Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.
Обсудить в Telegram