avatar
Cooperative Bank of Oromia
@coopbankoromia
01.04.2026 19:45
Cooperative Bank of Oromia Фото: Медиафайл
Oduu Dansaa
Liqiin Dijitaalawaa Wabi-maleessi Angaftichi, Michuun, Yeroo Waggaa Sadiifi Walakkaa Keessatti Qarshii Biiliyoona 50 Liqeesse
Baankichi, dhaabbata 'KIFIYA Financial Technology' waliin ta'uudhan, Itoophiyaaf kan jalqabaa kan ta’e, tajaajilli liqaa Michuu, hojii uumtotaaf, madda faaynaansii, humna dinagdee biyyaa ta’uun, Miliyoonotaaf owwaatee, yeroo waggaa sadii fi walakkaa keessatti, herregoota miiliyoona 2.8 gahaniin, Qarshii Biiliyoona 50 ol liqeesseera.
Michuun tajaajilasaa babal’isaa, kenna liqaasaa guddisaa, daldaltootaafi hoji uumtotaaf, tajaajila faaynaansii kennaa jiru, daran babalísee, Michuu Wabiin, hanga Qarshii 300,000, Michuu Kiyyaan (dubartootaaf), hanga Qarshii 75,000, Michuu Guyyaan hang Qarshii 15,000 kennaa jira.
‎Liqii Michuu Guyyaa, Michuu Wabii fi Michuu Kiyyaa, akka fedhii fi sadarkaa daldala keessanitti liqeeffadhaa!
Michuun, michuu michuu caalu!
መልካም ዜና
አንጋፋው ከማስያዣ ነጻ ዲጂታል ብድር ‘ምቹ’ በሶስት ዓመት ከመንፈቅ 50 ቢሊዮን ብር ብድር ሰጠ
ባንኩ ከ 'KIFIYA Financial Technology' ተቋም ጋር በመተባበር ለኢትዮጵያ የመጀመሪያ የሆነው ምቹ የብድር አግልግሎት፣ ለሥራ ፈጣሪዎች የፋይናንስ ምንጭ እና የሀገር የኢኮኖሚ ዕድገት አቅም በመሆን፣ በሚሊዮን የሚቆጠሩ ዜጎችን በማገዝ፣ በሦስት ዓመት ከመንፈቅ ጊዜ ውስጥ በ 2.8 ሚሊዮን ሂሳቦች በኩል ከ ብር 50 ቢሊዮን በላይ አበድሯል።
የአገልግሎት አድማሱን እያሰፋ፣ የሚሰጠው የብድር መጠኑን እያሳደገ፣ ለነጋዴዎች እና ለሥራ ፈጣሪዎችም የፋይናንስ አቅርቦቱን በይበልጥ እያሳደገ፣ በምቹ ዋቢ እስከ ብር 300,000፣ በምቹ ኪያ (ለሴቶች) እስከ ብር 75,000፣ በምቹ ጉያ እስከ ብር 15,000 እየሰጠ ይገኛል።
በምቹ ጉያ፣ ምቹ ዋቢ እና ምቹ ኪያ፣ እንደ ፍላጎቶችዎ እና የንግድዎ ደረጃ ይበደሩ።
ምቹ ብድር፣ ከምቹም ምቹ!

#Coopbank #Michu #DigitalLending #EmpoweringEntrepreneurs #WomenEmpowerment #FinancialInclusion #InclusiveGrowth #Ethiopia
👍 26
25
🥰 4
👏 2
8 4 8.7K

Обсуждение 8

Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.

Обсудить в Telegram

Cooperative Bank of Oromia

79K
Coopbank, a fast-growing bank in Ethiopia, is passionately committed to empowering communities and transforming lives. Rooted in our community, we deliver innovative services that meet customer needs helping you bank smarter and live better.
Открыть в Telegram