avatar
Cooperative Bank of Oromia
@coopbankoromia
09.04.2026 12:22
''... Qababbookaa qababboo...!" Isinoo qabattanii?

Koop VISA keessan liinkii armaan gadiin ammuma ajajattanii fayyadamuun badhaasa guddaaf kaadhimamaa.

Link: https://tinyurl.com/299en6ss

#Coopbank #VISA #CoopVISA #FIFA2026 #PayAndWin #BankSmart #WinBig #USA
17
👍 4
🤝 2
👏 1
3 9.9K
avatar
Cooperative Bank of Oromia
@coopbankoromia
09.04.2026 09:17
Kennaa ayyaanaa, marartee fi jaalalan biyya alaatii, karaa dhaabbilee dabarsa maallaqaa idil-addunyaa isiniif ergame, dameelee keenyarraa yoo fudhattan, kennaa addaa isinii galaasuun, ayyaana ayyaana isinii taasisna.
“Maallaqni isinii ergame osoo hin qunxuramin ayyaana gammadaa oolaa” yoo isiniin jenne, isin-hoo maal jettu?

በቤተሰባዊ ፍቅር እና ውዴታ፤ በዓለም አቀፍ የገንዘብ አስተላላፊ ወኪሎች በኩል ከውጭ ሀገር የተላከልዎትን ገንዘብ፤ ከቅርንጫፎቻችን ይቀበሉ፤ ዳጎስ ያለ ጉርሻ አክለንበት፤ በዓሉን በዓል እናድርግልዎ። “የተላከልዎት ገንዘብ ዋናው ሳይነካ በዓሉን ፏ ብለው ያሳልፉ” ብንልዎ ምን ይላሉ?

#Coopbank #RemittanceBonus #HolidayGift #ReceiveMore #BetterRates #FestiveSeason
👍 13
9
🥰 3
👏 1
3 9.4K
avatar
Cooperative Bank of Oromia
@coopbankoromia
09.04.2026 11:10
Gatii jijjiirraa fooyya'aa qofa miti, dhibbentaa 10 isiniif idaanee gammachuu keessan guutuu taasisna!

የተሻለ የምንዛሪ ዋጋ ብቻ ሳይሆን 10 በመቶ ጉርሻ ጨምረን ደስታዎን ሙሉ እናደርጋለን!
#Coopbank #BestExchangeRate #ExtraBonus #RemittanceRewards #MoreMoneyMoreJoy
7
1 3 1.6K
avatar
Cooperative Bank of Oromia
@coopbankoromia
08.04.2026 20:09
Waancaa Addunyaa FIFA bara 2026™ Ameerikaatti geggeeffamu qaamaan argamtanii daawwachuuf kaadhimamtanii?
Liinkii armaan gadii jiru fayyadamuun Koop VISA Kaardii keessan ajajadhaa; fayyadamaa carraa keessan guddifadhaa!

Link: https://tinyurl.com/299en6ss

#Coopbank #VISA #CoopVISA #FIFA2026 #PayAndWin #BankSmart #WinBig #USA
👍 17
10
🥰 2
1 3.6K
avatar
Cooperative Bank of Oromia
@coopbankoromia
08.04.2026 14:19
Ayyaanaaf kennaan maallaqaa biyya alaatii yoo isin dhaqqabe, nutti koottaa! Kennaan keessan osoo hin qunxuramin ayyaana isin oolchina. Kennaa ayyaanaa dabalataa %10 isiniif qabna!

ለበዓል ከውጭ ሀገር የገንዘብ ስጦታ ከደረሰዎ ወደኛ ይምጡ! ስጦታዎን ዋናውን ሳይነኩ በዓልዎን ያድምቁ። %10 ተጨማሪ የበዓል ስጦታዎን ይቀበሉ!

#Coopbank #RemittanceBonus #HolidayGift #ReceiveMore #BetterRates #FestiveSeason
👍 13
6
🥰 1
👏 1
🤝 1
4.6K
avatar
Cooperative Bank of Oromia
@coopbankoromia
08.04.2026 11:03
Gatii jijjiirraa fooyya'aa qofa miti, dhibbentaa 10 isiniif idaanee gammachuu keessan guutuu taasisna!

የተሻለ የምንዛሪ ዋጋ ብቻ ሳይሆን 10 በመቶ ጉርሻ ጨምረን ደስታዎን ሙሉ እናደርጋለን!
#Coopbank #BestExchangeRate #ExtraBonus #RemittanceRewards #MoreMoneyMoreJoy
13
👍 1
1 2 4.7K
avatar
Cooperative Bank of Oromia
@coopbankoromia
07.04.2026 21:50
Sagantaan Agarsiisa Kaardii 'Koop VISA' Itti Fufeera!
Baankiin keenya, duula "Imala Gara Waancaa Addunyaa 2026" jedhuun, maamiltootnisaa kaardii Koop VISA isaaniin kaffaltii addaa addaa raawwachuun carraa baasii tokko malee Waancaa Addunyaa baranaa Ameerikaatti daawwachuu akka argatan qopheessuun, bakkeewwan addaa addaatti agarsiisa hawwataa gochuurratti argama. Har'as, Magaalaa Shaggar naannoo Buraayyuutti haala addaan agarsiisiisaa ooleera. Isinis, kaardii Koop VISA keessan fudhattanii fayyadamuun carraa badhaasa guddaa kanaaf kaadhimamaa.

የኮፕ VISA ካርድ ትርኢት ቀጥሏል! ባንካችን ደንበኞቹ በኮፕ VISA ካርዶቻቸው የተለያዩ ክፍያዎችን በመፈጸም በአሜሪካ የሚካሄደውን የዓለም ዋንጫ በነጻ የመታደም ዕድል እንዲያገኙ "ጉዞ ወደ FIFA 2026 ዓለም ዋንጫ" የሚል ዘመቻ በማዘጋጀት፣ በተለያዩ ቦታዎች በማራኪ ኩነቶች እያስተዋወቀ ይገኛል። ዛሬም፣ በሸገር ከተማ ቡራዩ አከባቢ በደማቅ ሁኔታ ሲያሳይ ቆይቷል። እርስዎም፣ የኮፕ VISA ካርድዎን ወስደው በመጠቀም ለዚህ ታላቅ የሽልማት ዕድል ይታጩ።

https://tinyurl.com/299en6ss

#Coopbank #VISA #CoopVISA #FIFA2026 #Roadshow #PayAndWin #WinBig
22
👍 8
5 4.4K
avatar
Cooperative Bank of Oromia
@coopbankoromia
07.04.2026 14:47
Gabaa ayyaanaan hin jiruun hin jiraatin!
Furmaanni kunooti! Liqii Diijitaalaawaa Wabii maleessaa Michuun suuqii keessan guuttadhaa. Michuu Wabiin hanga Qarshii 300,000 liqeeffadhaa!

በበዓል ገበያ የለም ማለት አይኑር!
መፍትሄው የኸውልዎ! በምቹ ከማስያዣ ነጻ ዲጂታል ብድር ሱቅዎን ይሙሉ። በምቹ ዋቢ እስከ 300,000 ይበደሩ!

#Coopbank #MichuWabi #EmpoweringEntrepreneurs #SMEGrowth #DigitalFinance #Ethiopia
19
👍 7
1 2 5.4K
avatar
Cooperative Bank of Oromia
@coopbankoromia
07.04.2026 11:46
Gabaan ayyaanaa urgaayee,
Dhaabni hoolaa, indaanqoo girgirtaa’e,
‘‘Lamuu Maallaqa callaa’’ jedhaa, bilbila jabeessaa qabadhaa.
Hoormaan kiisii qaqqabuu dhiisaa,
Kooppeey I-birriin nagadadhaa, nagaan galaa!

ገበያው በዓል በዓል ሲሸት፤
የበጉ የዶሮው ተራ ገበያ ሲደራ፤
‘’ጥሬ ገንዘብ ለምኔ’’ ብለው ስልክዎን ጠበቅ ያድርጉ።
በስጋት ኪስዎን ሳይደባብሱ በኮፔይ ኢ-ብር ሸማምተው በሰላም ይመለሱ!

#Coopbank #CoopayEbirr #SmartPayments #HolidayShopping #CashlessConvenience #PayWithEase #EnjoyFestiveShopping
🥰 7
5
👍 2
🤝 1
1 5.5K

Cooperative Bank of Oromia

79K
Coopbank, a fast-growing bank in Ethiopia, is passionately committed to empowering communities and transforming lives. Rooted in our community, we deliver innovative services that meet customer needs helping you bank smarter and live better.
Открыть в Telegram