avatar
Cooperative Bank of Oromia
@coopbankoromia
24.03.2026 19:45
Cooperative Bank of Oromia Фото: Медиафайл
Carraa lootarii "Imala Gara Waancaa Addunyaa FIFA 2026™" Injifachuuf, Ulaagaalee Guutamuu Qaban
- Koop VISA Kaardi fayyadamuudhaan, baasii tokko malee, carraa Waancaa Addunyaa 2026™" qaamaan daawwachuu injifadhaa
Kaardiiwwan VISA baankichi isiniif dhiheesse:
- ‘VISA Classic Debit Card’ (Maamiltoota hundumaaf)
- ‘VISA Classic Prepaid Card’ (Imaltoota biyya alaaf)
- ‘VISA Platinum Prepaid Card’ (Maamiltoota adda dureef)
Akkaataa Itti Abbaa Carraa Ta'uu Dandeessan:
- Koop VISA Kaardiin, biyya keessatti kaffaltii Qarshii 200 ol ykn, biyya alaatti kaffaltii Doolaara 20 ol raawwachuu,
- Koop VISA Kaardiin karaa POS baankichaa ykn kan dhaabbilee biroo irratti kaffaluu,
Battaluma kaffaltanitti lakkoofsa lootarii abbaa carraa isin taasisu ni argattu.

Carraa keessan bal'ifachuuf;
- Irra deddeebiin kaffaluun, lakkoofsa carraa baay'ifadhaa
- Guyyaatti kaardii tokkoon lakkoofsa carraa hanga 5tti argadhaa
- Guyyaatti POS tokkoon lakkoofsa carraa hanga 2tti argadhaa
Baasii tokko malee, carraa qofaan, Tapha Waancaa Addunyaa Ameerikaa Kaabaatti daawwadhaa!
Koop VISA Kaardi har'uma dameelee keenya deemaa fudhadhaa. Itti Fayyadamaa. Injifadhaa!

የ"ጉዞ ወደ FIFA 2026™ የዓለም ዋንጫ"ን እድል ለማሸነፍ መሟላት የሚኖርባቸው መስፈርቶች
የኮፕ ቪዛ ካርዶችን በመጠቀም ያለምንም ክፍያ የFIFA2026 የዓለም ዋንጫን በአካል የመመልከት እድል ያሸንፉ
ባንኩ ያቀረበልዎ የVISA ካርድ አገልግሎቶች፦
- ኮፕ VISA ክላሲክ ዴቢት ካርድ (ለሁሉም)
- ኮፕ VISA ክላሲክ ፕሪ ፔይድ ካርድ (ለውጭ ሀገር ተጓዦች)
- ኮፕ VISA ፕላቲኒየም ፕሪ ፔይድ ካርድ (ለታላላቅ ደንበኞች)

የእድሉ አሸናፊ ለመሆን፡-
- በኮፕ VISA ካርድ በሀገር ውስጥ ከ200 ብር በላይ ወይም በውጭ ሀገር ከ20 ዶላር በላይ ክፍያ መፈጸም፣
- በኮፕ VISA ካርድ በባንኩ ወይም በሌሎች POS ማሽኖች በኩል መክፈል፣
ልክ እንደከፈሉ የዚህ ዕጣ አሸናፊ የሚያደርግዎት የሎተሪ ቁጥር ይደርስዎታል።

ዕድልዎን ለማስፋት፡
- ደጋግመው በመክፈል የዕጥ ቁጥሮችዎን ያብዙ
- በቀን በአንድ ካርድ እስከ 5 ዕጣ ቁጥሮችን ያግኙ
- በቀን በአንድ POS 2 ዕጣ ቁጥሮችን ያግኙ
ያለምንም ክፍያ፣ በዕድል ብቻ፣ በሰሜን አሜሪካ የሚካሄደውን የዓለም ዋንጫ ጨዋታ ይመልከቱ!
ኮፕ VISA ካርድዎን ዛሬውኑ ከቅርንጫፎቻችን ይቀበሉ። ይጠቀሙበት፣ ያሸንፉ!

#Coopbank #VISA #FIFAWorldCup2026™ #JourneyToTheWorldCup #WinBig #TapAndGo #DigitalBanking #Ethiopia
29
👏 11
👍 4
🤝 2
🥰 1
5 16 9.9K

Обсуждение 5

Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.

Обсудить в Telegram

Cooperative Bank of Oromia

79K
Coopbank, a fast-growing bank in Ethiopia, is passionately committed to empowering communities and transforming lives. Rooted in our community, we deliver innovative services that meet customer needs helping you bank smarter and live better.
Открыть в Telegram