avatar
Cooperative Bank of Oromia
@coopbankoromia
21.03.2026 16:10
Cooperative Bank of Oromia Фото: Медиафайл
Baankiin Keenya, Tajaajila Kaardii VISA fi Duula "Imala gara Waancaa Addunyaa FIFA 2026™" Jalqabsiise.
Baankiin keenya, dhaabbata idil-addunyaa ‘VISA’ waliin ta’uun, imala ce’umsa gara dijitaalawaa keessatti boqonnaa guddaa kan ta’e, tajaajila kaardii idil-addunyaa VISA garaa garaa hojiirra oolcheera.
Baankichi (‘VISA Classic Debit Card’ (Idilee fi Dhalarraa bilisaan), ‘VISA Classic Prepaid Card’ kan imaltoota biyya alaaf filatamaa ta'e, fi ‘VISA Platinum Prepaid Card’ kan maamiltoota adda dureef tajaajila olaanaa kennu, kan jalqabsiise yoo ta’u, maamiloota kaardiiwwan kanaan tajaajilamaniif ammoo, Waancaa Addunyaa baranaa daawwachuu kan isaan dandeessisu carraa lootariis kennuu eegaleera.
Maamiltoonni carraa kana argatan, paakeejii guutuudhaan Ameerikaa Kaabaatti imalanii, tapha Waancaa Addunyaa baranaa qaamaan daawwachuu akka danda’an ibsaa, carraa ajaayibaa jireenya keessatti yeroo tokko qofa namaaf dhufu akkanaaf abbaa carraa akka taataniif waamicha keenya dabarsaa, milkii isiniif hawwina.

ባንካችን፣ የVISA ካርድ አገልግሎቶችን እና "ጉዞ ወደ ፊፋ የዓለም ዋንጫ 2026™" ዘመቻን በይፋ አስጀመረ
ባንካችን በዲጂታል ሽግግር ጉዞው ትልቅ ምዕራፍ የሆነውን ዓለም አቀፍ የካርድ አገልግሎት ከVISA ካርድ ጋር በመተባበር ሥራ ላይ አውሏል።
ባንኩ (VISA ክላሲክ ዴቢት ካርድ (በመደበኛና በከወለድ ነጻ)፣ በውጭ ተጓዦች ተመራጩ VISA ክላሲክ ፕሪ ፔይድ ካርድና በታላላቅ ደንበኞች አገልግሎት ላይ የሚውለው VISA ፕላቲኒየም ፕሪ ፔይድ ካርድ) አገልግሎቶችን ያስጀመረ ሲሆን፣ በነዚህ ካርዶች ለሚገለገሉ ደንበኞች፤ የዘንድሮውን የዓለም ዋንጫ በአካል መመልከት የሚያስችል የሎተሪ ዕጣ ዕደላም ጀምሯል።
ይህን ዕድል የሚያገኙ ደንበኞች በሙሉ ፓኬጅ ወደ ሰሜን አሜሪካ ተጉዘው፣ የዘንድሮውን የዓለም ዋንጫ በአካል ለመመልከት የሚችሉ መሆኑን እየገለጽን፣ በህይወት ዘመን አንድ ጊዜ ብቻ በሚያጋጥም ይህን መሰል ወርቃማ ዕድል ተጠቃሚ እንድትሆኑ እየጋበዝን፣ እንዲቀናዎ እንመኛለን።
#Coopbank #Visa #FIFAWorldCup2026 #JourneyToTheWorldCup #DigitalBanking #CashlessPayments #BankingInnovation #Ethiopia #GoCashless #TapAndGo #WinBig #FootballFever #NorthAmerica2026
9
👍 7
🥰 1
1 5 7.9K

Обсуждение 1

Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.

Обсудить в Telegram

Cooperative Bank of Oromia

79K
Coopbank, a fast-growing bank in Ethiopia, is passionately committed to empowering communities and transforming lives. Rooted in our community, we deliver innovative services that meet customer needs helping you bank smarter and live better.
Открыть в Telegram