Yeroon wal simsiifannaa xumuramuutti jira!
Kabajamtoota maamiltoota keenya, yeroon Waraqaa Eenyummaa Biyyoolessaa Dijitaalawaa fi herrega keessan akka walsimsiifattaniif kenname, xumuramaa jira. Tajaajila baankii salphaa fi amansiisaa argachuuf, liinkii armaan gadii fayyadamuun, guyyoota muraasa hafan keessatti wal simsiifadhaa.
የማጣመሪያ ጊዜው እየተገባደደ ነው!
ክቡራን ደንበኞች፤ ብሔራዊ ዲጂታል መታወቂያ ከባንክ ሂሳብ ጋር ለማጣመር የተቀመጠው ቀነ ገደብ መጠናቀቂያው ተቃርቧል። ቀላልና ደህንነቱ የተረጋገጠ የባንክ አገልግሎት ለማግኘት ከታች ያለውን ማስፈንጠሪያ በመጠቀም፤ በቀሩት ጥቂት ቀናት ውስጥ ያጣምሩ።
https://my.coopbankoromiasc.com/harmonization
#Coopbank #NBE #CustomerNotice #FaydaID #BankingUpdate #CustomerFirst #Ethiopia
Обсуждение 4
Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.
Обсудить в Telegram