Cooperative Bank of Oromia @coopbankoromia 08.03.2026 23:52 Скопировать Пожаловаться Ifxaarri Keenya Har'aa Adda Ture! Koopbaank Alhudaan maamiltootasaaf sagantaa ifxaaraa qopheessuusaa ittuma fufuudhaan, har'as, maamiltootasaa Magaalaa Finfinnee waliin 'Hyatt Regency'tti faxaree jira. Sagantaa Ifxaara har'aa adda kan taasisu, Baankiin keenya, hawaasa isaa daran fayyadamaa faaynaansii taasisuuf, Komiishiniiwwan Zakaat fi Awqaaf cina dhaabbachuun tokkoo tokkoo komishiniiwwan kanaaf Qarshii Miiliyoona 5, 5 deggersa gochuurratti dabalataan, sagantaa afaxxarsiisaafi deggersa harka qalleeyyiif Qarshii Miiliyoona 10 (Dimshaashatti Qarshii Miiliyoona 20) ramaduudhaan shariikummaasaa kan daran itti mirkaneesse ta'uusaati. Magaalota biroottis nu eegaa! የዛሬው ኢፍጣራችን ልዩ ነበር! ኮፕባንክ አልሁዳ ለደንበኞቹ የኢፍጣር ፕሮግራም ማዘጋጀቱን በመቀጠል፣ ዛሬም ከአዲስ አበባ ደንበኞቹ ጋር በ'Hyatt Regency' አፍጥሯል። የዛሬውን የኢፍጣር ፕሮግራም ልዩ የሚያደርገው፣ በመረሃ ገብሩ ላይ ባንካችን፣ ከኢትዮጵያ ዘካት እና አውቃፍ ኮሚሽኖቸ ጋር በመሆን ማህበረሰቡን ተጠቃሚ ለማድረግ ለያንዳንዳቸው 5, 5 ሚሊዮን ብር ድጋፍ ከማድረግ በተጨማሪም አቅመ ደካሞችን የማስፈጠና የመርዳት ሥራ ለመደገፍ 10 ሚሊዮንብር (በአጠቃላይ 20 ሚሊዮን ብር) በመመደብ አጋርነቱን ያስመሰከረበት መሆኑ ነው። በሌሎች ከተሞችም ጠብቁን። #CoopbankAlhuda #Ramadan2026 #IftarProgram #CommunityConnection #UnityAndTogetherness #Coopbank #Fininne #Ethiopia ❤ 26 👍 8 1 1 7.4K
Обсуждение 1
Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.
Обсудить в Telegram