avatar
Hijra Bank
@HijraBank
20.04.2026 03:21
ስኬታማ የስራ ሳምንት ይሁንልዎ!
Torban Hojii Milkii isiniif haa ta'u!

#hijrabank #interestFreeBanking #Successful_working_week
15
👍 3
👏 2
1 3.8K
avatar
Hijra Bank
@HijraBank
18.04.2026 13:11
መልካም የዕረፍት ቀናት ይሁንልዎ! 
Guyyoottan Boqonnaa gaarii isiniif haa ta'u!

Maalmo Fasax wanagsan! 
 Unkaq meqe rabbo wakti sinnih yakke!

ሰናይ መዓልትታት ዕረፍቲ!

Check out our social media pages
የሂጅራ ባንክ ትክክለኛ የማህበራዊ ትስስር ገጾች
Toora Miidiyaalee Hawaasaa keenya  sirrii kanniin hordofaa

Telegram - @HijraBank
Website - http://www.hijra-bank.com
YouTube - https://youtube.com/@hijrabanksc
Facebook* - https://www.facebook*.com/hijrabanksc
Tiktok - https://www.tiktok.com/@hijrabanksc?_t=8cTBc41Kdxl&_r=1
Twitter - https://x.com/Hijrabanksc
Instagram* https://www.instagram*.com/hijrabanksc/
LinkedIn - https://www.linkedin.com/company/hijrabanksc/
                 
14
👏 2
👍 1
4.7K
* Принадлежит организации Meta, которая признана экстремистской и запрещена на территории РФ
avatar
Hijra Bank
@HijraBank
17.04.2026 10:32
አዎ እስከ 1,000,000 ብር ያለ ወለድ  ያለ ማስያዣ!
Eyyeen hanga qarshii 1,000,000tti qabsiisa fi wabii tokko malee!


✅ከወለድ ሳይነካኩ
✅የሰው ፊት ሳያዩ
✅ማስያዣ ሳይጠየቁ

ለተለያዩ ሸቀጦች እንዲሁም ግብዓቶች ግዢ የሚውል እስከ 1,000,000 ብር የሚደርስ
ኢ-ሙራበሃ ፋይናንሲንግ ከሃላል ፔይ !

አሁኑኑ ሃላል ፔይ መተግበሪያውን
📲 ከApp Store/Play Store ያውርዱ ወይም የሚቀርቦትን የሂጅራ ባንክ ቅርንጫፍ ይጎብኙ!

ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!

✅ dhala tokko malee
✅ fuula namaatin osoo wal hin argin
✅ qabsiisa tokko malee

Bittaa meeshaalee fi tajaajila adda addaatiif kan oolu, hanga qarshii 1,000,000 faayinaansii "E-Muraabahaa"  Haalaal Peey irraa!

Appilikeeshinii Halaal Peey App Store/Play Store irraa ammuma buufadhaa ykn damee Baankii Hijraa dhihoo keessan jiru daaw'adhaa.

Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!
30
👍 10
👏 2
9 10 5.6K
avatar
Hijra Bank
@HijraBank
17.04.2026 05:15
የተባረከ ጁምዓ ይሁንላችሁ!
መልካም ጁምዓ!

Juma'aa Barakaa isiniif haa ta'u!
Jum'aa Gaarii!

Have a blessed Jumma.

#HijraBank #InterestFreeBanking #fridayblessings #JummaBlessings
👍 18
9
1 1 4.9K
avatar
Hijra Bank
@HijraBank
16.04.2026 15:50
የሀዘን መግለጫ!
Ibsa Gaddaa!


إِنَّا لِلَّهِ وَإِنَّا إِلَيْهِ رَاجِعُونَ,


«እኛ የአላህ ነን ፤ ወደርሱም ተመላሾች ነን»
(አል በቀራ፡156)

የባንካችን አጋሮ ረያን ቅርንጫፍ ባልደረባ የነበሩት አቶ ኢምራን ሙሃመድ ባደረባቸው ህመም ወደ አኺራ በመሄዳቸው የሂጅራ ባንክ ማኔጅመንት እንዲሁም ሠራተኞች የተሰማንን ጥልቅ ሀዘን እየገለፅን  ማረፊያቸውን ጀነት እንዲያደርግላቸውና ለቤተሰቦቻቸው እና ለወዳጅ ዘመዶቻቸው መጽናናትን እንመኛለን፡፡

Dhugumatti Nuti kan Rabbiiti gama isaattis deebi’oodha
(Al-Baqarah: 156)

Hojjataa Baankii keenyaa Aggaaroo damee Rayyaan kan turan Obbo Imraan Muhammad dhukkuba irra turaniin gama aakiraa godaanuu isaanii, Maanejmantiin baankii hijraa akkasumas hojjattoonni baankichaa hundi gaddi guddaan akka nutti dhaga’ame ibsaa; qubsuma isaanii Rabbiin Jannata haa taasisu jechaa maatii, firoottanii fi hiriyyoota isaaniitiif immoo obsa akka kennu hawwina.
😭 37
6
9 6 966
avatar
Hijra Bank
@HijraBank
15.04.2026 21:17
Hijra Bank Фото: Медиафайл
ሂጅራ ባንክ ከሥራ እና ክህሎት ሚኒስቴር ጋር ስትራቴጂካዊ አጋርነት ተፈራረመ!

Baankiin Hijraa Ministeera Hojii fi Ogummaa Waliin Waliigaltee Istiraateejii Mallatteesse.

በሂጅራ ባንክ እና የኢፌዲሪ ሥራ እና ክህሎት ሚኒስቴር መካከል በውጭ ሀገር የሥራ ስምሪት፣ በሐዋላ አገልግሎት እና በስደት ተመላሾች ዙሪያ በጋራ ለመሥራት የሚያስችል ስትራቴጂካዊ የመግባቢያ ስምምነት (MoU) ተፈርመዋል።

ስምምነቱ በኢ.ፌ.ድ.ሪ ሥራና ክህሎት ሚኒስቴር ሚንስትር ወ/ሮ ሙፈሪያት ካሚል እና የሂጅራ ባንክ ዋና ስራ አስፈፃሚ አቶ ዳዊት ቀኖ መካከል የሁለቱም ተቋማት ከፍተኛ አመራሮች በተገኙበት ተደርጓል፡፡

በስምምነቱ ወቅት ንግግር ያደረጉት ሚኒስተሯ ኢትዮጵያ በረካታ ብዝሃነት ባለቤት ናት ያሉ ሲሆን ፋይናንሻል አካታችነትን በማረጋገጥ ረገድ ሸሪዓዊ መሰረትን ያደረገ የፋይናንስ ተጠቃሚ ለሆኑ ደንበኞች ለማገልገል ሂጅራ ባንክ ትልቅ ግብዓት መሆኑን ጠቅሰዋል።

በሌላ በኩል የሂጅራ ባንክ ዋና ሥራ አስፈፃሚ በበኩላቸው ባንኩ ከተመሰረተ አምስት አመታት ቢሆንም በፈጣን እድገት ላይ እንደሚገኝ ገልፀዋል።

ዋና ስራ አስፈፃሚው አክለውም ሂጅራ ባንክ አካታች የፋይናንስ ስረዓት ከመዘርጋት ባሻገር የወጣቶች የስራ ፈጠራን ለማበረታታት ሲራራ አዋርድ በማካሄድ መጠነ ሰፊ ተግባራትን ማከናወኑን ጠቅሰው የዲጂታል ፋይናንስን በመዘረጋት ለአነስተኛ ኢንተረፕራይዞች የሃላል ፋይናንስ ተደራሻ መደረጉን አስታውቀዋል።

ሁለቱ ተቋማት በጋራ መስራታቸው የዜጎችን ዘርፈ-ብዙ የኢኮኖሚ ጥያቄዎችን በተቀናጀ መልኩ ለመመለስ መደላደልን እንደሚፈጥር በመድረኩ ተመላክቷል።

ለሦስት ዓመታት የሚቆየው ስምምነት ፣ ዜጎች በውጭ ሀገር በሚኖራቸው ቆይታ መብታቸው እንዲጠበቅ እና ከሚያገኙት ገቢም ተጠቃሚ እንዲሆኑ የሚያስችሉ ተግባራትን ያካትታል።

ይህ አጋርነት ዜጎች በሥነ-ምግባር የታነፀ የሥራ ስምሪት እንዲያገኙ ከመደገፍ ባለፈ፣ የሀገሪቱን የውጭ ምንዛሬ ግኝት በማሳደግ ረገድ የላቀ ፋይዳ ይኖረዋል ተብሎ ይታመናል።

ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፉ

Baankiin Hijraa Ministeera Hojii fi Ogummaa Waliin Waliigaltee Istiraateejii Mallatteesse.

Baankii Hijraa fi Ministeera Hojii fi Ogummaa FDRI giddutti dhimmoota hojii biyya alaa, tajaajila hawaalaa fi lammiilee godaansarraa deebi’an irratti waliin hojjachuu dandeessisuf Waliigalteen Hubannoo (MoU) mallatteeffameera.

Sirni mallattoo waliigaltee kun Ministira Ministeera Hojii fi Ogummaa FDRI Aadde Mufaariyaat Kaamiil fi Hoji-gaggeessaa Ol'aanaa Baankii Hijraa Obbo Daawit Qannoo giddutti, bakka hoggantoonni ol'aanoon dhaabbilee lameenii argamanitti raawwatameera.

Yeroo sirna kanaatti haasawa kan taasisan Ministeerri Hojii fi Ogummaa FDRI Itoophiyaan biyya baay’ina hedduu qabdu ta’uu eeranii; dhiheessii tajaajila faayinaansii bu’uura Shari’aa godhate babal’isuu fi hirmaannaa faayinaansii mirkaneessuu keessatti Baankiin Hijraa shoora guddaa akka taphatu ibsaniiru.

Hoji-gaggeessaa Ol'aanaan Baankii Hijraa gama isaaniitiin, baankichi erga hundaa’ee waggoota shan qofa ta’us guddina ariifachiisaa irratti akka argamu ibsaniiru.

Dabalataan, baankichi sirna faayinaansii hirmaachisaa ta’e diriirsuun cinatti, kalaqa hojii dargaggootaa jabeessuuf sagantaa "Siraaraa Awwaard" jedhamuun hojiiwwan bal’aa hojjachuu isaa dubbataniiru. Akkasumas, tajaajila faayinaansii dijiitaalaa babal’isuun intarpiraayizoota xixiqoodhaaf faayinaansiin "Halaalaa" akka dhaqqabu taasifamuu isaa yaadachiisaniiru.

Dhaabbileen lameen qindoominaan hojjachuun isaanii gaaffiiwwan diinagdee lammiilee karaa qindaa’een deebisuuf carraa guddaa akka uumu waltajjicharratti ibsameera.

Waliigalteen waggoota sadiif turu kun, Lammiilee biyya alaa deeman tajaajila faayinaansii ammayyaa akka argatan taasisuu, Mirgi lammiilee yeroo biyya alaa turanitti akka kabajamu deeggaruu fi Galii argatan irraa akka qusatanii fi fayyadamoo ta'an dandeessisuu dabalata.

Michummaan kun lammiilee hojii naamusaan uffatame akka argatan deeggaruu bira darbee, galii sharafa alaa biyyattii guddisuu keessatti faayidaa Ol'aanaa qabaata jedhamee  amanama.

Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!
27
👏 7
3 2.2K
avatar
Hijra Bank
@HijraBank
15.04.2026 18:09
ለቀልጣፋ ጉዞዎ ኦምኒ ፕላስ!
Imala Saffisaaf Omniplas!

በኢትዮጵያ አየር መንገድ ለሚያደርጉት ጉዞ ቲኬቶችን ለመቁረጥ የሂጅራ ባንክ ሞባይል ባንኪንግ አገልግሎት መተግበሪያ የሆነውን ኦምኒ ፕላስ ምርጫዎ ያድርጉ፤ ደካምዎን ያቅልሉ። 

የኦምኒ ፕላስ መተግበሪያን  ከፕለይ ስቶር ወይንም አፕስቶር ላይ በቀላሉ አውርደው ይጠቀሙ!

መልካም ጉዞ ይሁንልዎ!

ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!

Imala daandii xiyyaara Itiyoophiyaatti taasiftaniif tikkeettii keessan kutachuuf appilikeeshinii moobaayil baankiingii Baankii Hijraa Omniplas filannoo keessan taasifadhaa, dadhabina keessan hir'isaa.

Imala saffisaaf Aappilikeeshinii Omniplas salphaatti Play store ykn Appstore irraa buufachuun itti fayyadamaa!

Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!

#HijraBank #Omniplus #EthiopianAirlines #TravelEthiopia #MobileBanking #TravelEasy #BookFlights #DigitalEthiopia
4
👍 1
2 2.1K
avatar
Hijra Bank
@HijraBank
15.04.2026 14:02
Vacancy Announcement

We are hiring:
1. Manager, Management Information System (MIS)
2. Branch Manager
3. Branch Operation Supervisor
4. Senior Customer Service Officer
5. Customer Service Officer II

How to Apply:
Interested candidates are encouraged to apply by visiting our LinkedIn page|
https://www.linkedin.com/feed/update/urn:li:activity:7450090683937431552

#HijraBank #IFB #BankVacancy #BankJobs #Vacancy #JobOpening #NowHiring #EthiopianJobs
8
5 13 2.3K
avatar
Hijra Bank
@HijraBank
15.04.2026 12:56
ከ10% ሂባ (ስጦታ) ጋር!
Hibaa (kennaa) 10% wajjiin!


ባህር ማዶ ከማገኙ ወዳጅ ዘመድዎ፡-

በWestern Union
Dahabshiil
Thunes
Ria
EthioDash መተግበሪያ
እንዲሁም በባንካችንን ስዊፍት ኮድ HIJRETAA


የሚላክልዎትን ገንዘብ በባንካችን በኩል ሲቀበሉ ከዕለታዊ ምንዛሬ ተመን በተጨማሪ 10% ሂባ (ስጦታ) ያገኛሉ።

ለበለጠ መረጃ 9381 ላይ ይደውሉ።

ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!

Maallaqa Maatii fi firoottan keessan biyya alaa jiran irraa karaa

Western Union,
Dahabshiil,
Thunes,
Ria,
Aappi EthioDash,
Akkasumas koodii iswiiftii baankii keenyaa HIJRETAA tiin  isiniif ergame yoo fudhattan;

Gatii bittaa fi gurgurtaa Sharafa alaa guyyaa irratti Hibaa (kennaa) 10% dabalataan ni argattu.
Odeeffannoo dabalataaf 9381 bilbilaa.

Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!

#HijraBank #HijraRemmitance #HalalBanking #HibaBonus #SendMoneyHome
4
👍 1
2.3K
avatar
Hijra Bank
@HijraBank
14.04.2026 18:56
Hijra Bank Фото: Медиафайл
ውድ ደንበኛችን 
Maamila keenya kabajamoo 


ከሂጅራ ባንክ ወይም ከወዳጅ ዘመድዎ እንደሆኑ የሚገልጹ ሐሰተኛ የስልክ ጥሪዎች፣ አጭር የፅሁፍ መልዕክቶች፣ የኢሜል ወይም የማህበራዊ ሚዲያ መልዕክቶች ሊላኩልዎት ስለሚችሉ ተገቢውን  ጥንቃቄ ያድርጉ።

በተጨማሪም አጠራጣሪ ማስፈንጠሪያዎችን በፍጹም አይጫኑ፣ እንዲሁም የግል መረጃዎችን አያጋሩ።

በዚህ አጋጣሚ ሂጅራ ባንክ በፍጹም የደንበኞቹን የሚስጥር ቁጥር፣ የይለፍ ቃል፣ የኦቲፒ ወይም ሌሎች የግል ሚስጥር ኮድ ዝርዝሮችን አይጠይቅም።


ምናልባት በባንካችን ስም  አጠራጣሪ መልዕክት ከደረሰዎ፣ ወደ ባንካችን ቅርንጫፍ በመሄድ፣ በ 9381 ወደ ደንበኞች ግንኙነት ማዕከላችን በመደወል አሊያም በይፋዊ የማህበራዊ ገፆቻቾን መልዕክት በማስቀመጥ ያሳውቁን።

ሁሌም ንቁ ይሁኑ! ከእጭበርባሪዎች  ይጠበቁ!

ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፉ

Ergaa barreeffamaa gabaabaa, ergaa Iimeelii ykn miidiyaa hawaasaa akkasumas Sagalee bilbila sobaa Baankii Hijraa irraa ykn Maatiifi firoottan keessan irraa jechuun odeeffannoo sobaa isiniif ergaman kamuu irraa of eegaa.

dabalataan liinkota shakkisiisoo hin cuqaasinaa, odeeffannoo dhuunfaa eenyufuu hin qodinaa.

karaalee kanniinin baankiin Hijraa iccitii maamiltootaas ta'ee Otp akkasumas iccitiiwwan dhuunfaa kamuu hin gaafatu.

akka tasaa maqaa baankii keenyaatiin ergaan shakkisiisaan yoo isin qaqqabe gara dameelee keenyatti deemuun ykn  gara giddu gala keenyaa 9381 tti bilbiluun ykn karaa miidiyaa hawaasaa keenyaan yaada keessan nuuf kaahuu dandeessu.

yeroo kamuu dammaqaa ta'aa! dogongorsiistota irraa of eegaa!

Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!
10
👍 3
1 1 2.5K
avatar
Hijra Bank
@HijraBank
14.04.2026 10:24
ከ10% ሂባ (ስጦታ) ጋር!
Hibaa (kennaa) 10% wajjiin!


ባህር ማዶ ከማገኙ ወዳጅ ዘመድዎ፡-

በWestern Union
Dahabshiil
Thunes
Ria
EthioDash መተግበሪያ
እንዲሁም በባንካችንን ስዊፍት ኮድ HIJRETAA


የሚላክልዎትን ገንዘብ በባንካችን በኩል ሲቀበሉ ከዕለታዊ ምንዛሬ ተመን በተጨማሪ 10% ሂባ (ስጦታ) ያገኛሉ።

ለበለጠ መረጃ 9381 ላይ ይደውሉ።

ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!

Maallaqa Maatii fi firoottan keessan biyya alaa jiran irraa karaa

Western Union,
Dahabshiil,
Thunes,
Ria,
Aappi EthioDash,
Akkasumas koodii iswiiftii baankii keenyaa HIJRETAA tiin  isiniif ergame yoo fudhattan;

Gatii bittaa fi gurgurtaa Sharafa alaa guyyaa irratti Hibaa (kennaa) 10% dabalataan ni argattu.
Odeeffannoo dabalataaf 9381 bilbilaa.

Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!

#HijraBank #HijraRemmitance #HalalBanking #HibaBonus #SendMoneyHome
7
2.4K
avatar
Hijra Bank
@HijraBank
13.04.2026 19:50
እንዴት በቀላሉ የሃላልፔይ አካውንት መክፈት አችላለሁ?
Akkamitti haala salphaadhaan herreega  HalaalPeey banachuu danda'a?


1️⃣ *693# በመደወል የሃላልፔይ ደንበኛ ሆኖ ለመመዝገብ 1ን ይጫኑ ::
*693# Irratti bilbiluun maamila HalaalPeey ta'anii galmaa'uuf lakk. 1 tuqaa.
2️⃣የሚፈልጉትን ቋንቋ ይምረጡ
Afaan barbaaddan filadhaa.
3️⃣ ስምዎትን ያስገቡ
Maqaa keessan galchaa.
4️⃣የአባት ስም ያስገቡ
Maqaa Abbaa galchaa.
5️⃣የአያት ስም ያስገቡ
Maqaa akaakayyuu galchaa.
6️⃣ጾታ ይምረጡ
Saala filadhaa.
7️⃣አዲስ የሚስጥር ቁጥር ያስገቡ
Lakk. iccitii haaraa galchaa
8️⃣የሚስጥር ቁጥሮትን በድጋሚ በማስገባት ያረጋግጡ
Lakk iccitii irra deebitanii galchuun mirkaneessaa
9️⃣ያስገቡት መረጃ ትክክለኛ መሆኑን ያረጋግጡ
Odeeffannoon galmeessitan sirrii ta'uu mirkaneeffadhaa

✅ምዝገባዎ በተሳካ ሁኔታ ተጠናቋል። 
Galmeen keessan haala milkaa'en xumurameera.

#HijraBank #e_Murabaha #halalpay #Digital_banking
15
👍 7
👏 1
5 2 2.5K
avatar
Hijra Bank
@HijraBank
13.04.2026 13:09
ከ10% ሂባ (ስጦታ) ጋር!
Hibaa (kennaa) 10% wajjiin!


ባህር ማዶ ከማገኙ ወዳጅ ዘመድዎ፡-

በWestern Union
Dahabshiil
Thunes
Ria
EthioDash መተግበሪያ
እንዲሁም በባንካችንን ስዊፍት ኮድ HIJRETAA


የሚላክልዎትን ገንዘብ በባንካችን በኩል ሲቀበሉ ከዕለታዊ ምንዛሬ ተመን በተጨማሪ 10% ሂባ (ስጦታ) ያገኛሉ።

ለበለጠ መረጃ 9381 ላይ ይደውሉ።

ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!

Maallaqa Maatii fi firoottan keessan biyya alaa jiran irraa karaa

Western Union,
Dahabshiil,
Thunes,
Ria,
Aappi EthioDash,
Akkasumas koodii iswiiftii baankii keenyaa HIJRETAA tiin  isiniif ergame yoo fudhattan;

Gatii bittaa fi gurgurtaa Sharafa alaa guyyaa irratti Hibaa (kennaa) 10% dabalataan ni argattu.
Odeeffannoo dabalataaf 9381 bilbilaa.

Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!

#HijraBank #HijraRemmitance #HalalBanking #HibaBonus #SendMoneyHome
8
3 2.7K
avatar
Hijra Bank
@HijraBank
11.04.2026 13:25
Hijra Bank Фото: Медиафайл
ሂጅራ ባንክ የሶስተኛ ሩብ ዓመት የሥራ አፈፃፀም ግምገማውን አጠናቀቀ!
Baankiin Hijraa gamaaggama raawwii hojii kurmaana sadaffaa bara baajataa xumure!

የሂጅራ ባንክ ከፍተኛ እና መካከለኛ አመራሮች የ2018 በጀት ዓመት የሶስተኛ ሩብ ዓመት የሥራ አፈጻጸም ግምገማ ሐሙስ ሚያዝያ 1/2018 አካሄዷል፡፡

በግምገማው ወቅት ባለፉት ዘጠኝ ወራት በየሥራ ዘርፉ በዕቅድ ተይዘው የነበሩ ዓበይት ተግባራት የሥራ አፈፀም ሪፓርቶች  ቀርበው ግምገማ ተደርጎባቸዋል።

የባንኩ ከፍተኛ አመራሮች ባንኩ በዘጠኝ ወሩ አፈፃፀም ያስመዘገባቸው አመርቂ ውጤቶች ባንኩን ወደ አዲስ ምዕራፍ ያሻገሩ አፈፃፀም መሆናቸውን በመግለፅ የባንኩ ቀጣይ ምዕራፍ የብሩህ ተስፋ ጉዞ ዳግም በከፍተኛ ውጤት እንዲታጀብ ሁሉም የባንኩ ቤተሰብ አስፈላጊውን ርብርብ በማድረግ የበኩሉን ኃላፊነት እንዲወጣ ጥሪ ቀርቧል።

በግምገማው ማጠቃለያ የባንካችን ዋና ሥራ አስፈፃሚ አቶ ዳዊት ቀኖ ባንኩ ባለፉት  ዘጠኝ ወራት ውስጥ በዋና ዋና የሥራ አፈፃፀም መለኪያዎች ላስገኛቸው እጅግ አመርቂ ውጤቶች አስተዋፅኦ ላበረከቱ የሥራ ክፍሎች እውቅና በመስጠት እንዲሁም ባጋጠሙ ተግዳሮቶች ላይ የመፍትሄ እቅጣጫዎችን በማስቀመጥ  የግምገማ መድረኩን ቋጭተዋል።

ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!

Hoggantoonni ol'aanoo fi giddu-galeessa Baankii Hijraa gamaaggama raawwii hojii kurmaana sadaffaa bara baajataa 2025/26 kamisa Ebla 1/2018 gaggeessaniiru.

Yeroo gamaaggamaa kanaatti, raawwiilee hojii gurguddoo dameelee hojii garaagaraatiin karoorfamanii turan kanneen ji'oota saglan darban keessatti raawwataman dhiyaatuun irratti mari’atameera.

Hoji gaggeessitoonni ol'aanoon baankichaa raawwiin hojii milkaa’aa baankichi ji'oota saglan darban keesatti galmeesse imala baankichaa gara boqonnaa haaraatti kan ceesisan ta'uu ibsuun baankichi boqonnaa itti aanuun imala gara egeree ifaatti taasisu milkaa'ina ol'aanaan akka goolabamuuf maatiin baankichaa hundi tumsa barbaachisu gochuu akka qabu yaaminsa taasisaniiru.

Xumura gamaaggamichaa irrattii, Hoji-gaggeessaa Olaanaan Baankii keenyaa Obbo Daawit Qannoo baankichi ji'oota saglan darban keessatti kutaalee hojii madaaliwwan raawwii hojii gurguddoo keessatti bu’aawwan argamsiisaniif beekamtii kennuun jajjabbeessanii gufuuwwan mudataniif kallattii furmaataa kaa’uun waltajjii gamaggamaa kana goolabaniiru.

Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!

#HijraBank #JourneyToBrightfuture
#StrategicReview #BankingExcellence
20
👏 13
👍 7
2 1 3.7K

Hijra Bank

18.6K
Journey to a bright future
Hijra Bank is a full-fledged interest free Bank in Ethiopia joined the financial industry in 2021
Открыть в Telegram