Hijra Bank @HijraBank 11.04.2026 13:25 Скопировать Пожаловаться Hijra Bank Фото: Медиафайл ሂጅራ ባንክ የሶስተኛ ሩብ ዓመት የሥራ አፈፃፀም ግምገማውን አጠናቀቀ! Baankiin Hijraa gamaaggama raawwii hojii kurmaana sadaffaa bara baajataa xumure! የሂጅራ ባንክ ከፍተኛ እና መካከለኛ አመራሮች የ2018 በጀት ዓመት የሶስተኛ ሩብ ዓመት የሥራ አፈጻጸም ግምገማ ሐሙስ ሚያዝያ 1/2018 አካሄዷል፡፡ በግምገማው ወቅት ባለፉት ዘጠኝ ወራት በየሥራ ዘርፉ በዕቅድ ተይዘው የነበሩ ዓበይት ተግባራት የሥራ አፈፀም ሪፓርቶች ቀርበው ግምገማ ተደርጎባቸዋል። የባንኩ ከፍተኛ አመራሮች ባንኩ በዘጠኝ ወሩ አፈፃፀም ያስመዘገባቸው አመርቂ ውጤቶች ባንኩን ወደ አዲስ ምዕራፍ ያሻገሩ አፈፃፀም መሆናቸውን በመግለፅ የባንኩ ቀጣይ ምዕራፍ የብሩህ ተስፋ ጉዞ ዳግም በከፍተኛ ውጤት እንዲታጀብ ሁሉም የባንኩ ቤተሰብ አስፈላጊውን ርብርብ በማድረግ የበኩሉን ኃላፊነት እንዲወጣ ጥሪ ቀርቧል። በግምገማው ማጠቃለያ የባንካችን ዋና ሥራ አስፈፃሚ አቶ ዳዊት ቀኖ ባንኩ ባለፉት ዘጠኝ ወራት ውስጥ በዋና ዋና የሥራ አፈፃፀም መለኪያዎች ላስገኛቸው እጅግ አመርቂ ውጤቶች አስተዋፅኦ ላበረከቱ የሥራ ክፍሎች እውቅና በመስጠት እንዲሁም ባጋጠሙ ተግዳሮቶች ላይ የመፍትሄ እቅጣጫዎችን በማስቀመጥ የግምገማ መድረኩን ቋጭተዋል። ሂጅራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ! Hoggantoonni ol'aanoo fi giddu-galeessa Baankii Hijraa gamaaggama raawwii hojii kurmaana sadaffaa bara baajataa 2025/26 kamisa Ebla 1/2018 gaggeessaniiru. Yeroo gamaaggamaa kanaatti, raawwiilee hojii gurguddoo dameelee hojii garaagaraatiin karoorfamanii turan kanneen ji'oota saglan darban keessatti raawwataman dhiyaatuun irratti mari’atameera. Hoji gaggeessitoonni ol'aanoon baankichaa raawwiin hojii milkaa’aa baankichi ji'oota saglan darban keesatti galmeesse imala baankichaa gara boqonnaa haaraatti kan ceesisan ta'uu ibsuun baankichi boqonnaa itti aanuun imala gara egeree ifaatti taasisu milkaa'ina ol'aanaan akka goolabamuuf maatiin baankichaa hundi tumsa barbaachisu gochuu akka qabu yaaminsa taasisaniiru. Xumura gamaaggamichaa irrattii, Hoji-gaggeessaa Olaanaan Baankii keenyaa Obbo Daawit Qannoo baankichi ji'oota saglan darban keessatti kutaalee hojii madaaliwwan raawwii hojii gurguddoo keessatti bu’aawwan argamsiisaniif beekamtii kennuun jajjabbeessanii gufuuwwan mudataniif kallattii furmaataa kaa’uun waltajjii gamaggamaa kana goolabaniiru. Baankii Hijraa Imala gara egeree ifaa! #HijraBank #JourneyToBrightfuture #StrategicReview #BankingExcellence ❤ 20 👏 13 👍 7 2 1 3.7K
Обсуждение 2
Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.
Обсудить в Telegram