Hijra Bank @HijraBank 09.04.2026 13:39 Скопировать Пожаловаться Hijra Bank Фото: Медиафайл ባንካችን ስፖንሰር የሆነበት እና በኢትዮጵያ የኢስላሚክ ኢንሹራንስ (ተካፉል) ምህዳር ግንባታ ውይይት ላይ እየተሳተፈ ይገኛል። Baankii keenya waltajjii marii ijaarsa sirna Takaafuul ( Inshuraansii Islaamaa) Itiyoophiyaa Ispoonsara ta'e irratti hirmaachaa jira. ሂጅራ ባንክ ለአካታች እና ዘላቂ ፋይናንስ ማዕከል (CiSF) ከኢትዮጵያ የፋይናንስ ዘርፍ ማጠናከሪያ (FSD ethiopia) ጋር በመተባበር በተዘጋጀው የኢትዮጵያ የተካፉል ምህዳር ግንባታ ውይይት ላይ እየተሳተፈ ይገኛል። ተካፉል (የኢስላሚክ ኢንሹራንስ) ሸሪዓዊ መሰረትን ባገናዘበ መልኩ አገልግሎት የሚሰጥ አንዱ አካታች የፋይናንስ ስርዓት ሲሆን በኢትዮጵያ የዘረፉን ምህዳር ግንባታ ለማጠናከር ያለመ ውይይት በስካይላይት ሆቴል እየተካሄደ ነው። በውይይቱ የኢትዮጵያ እስልምና ጉዳዮች ምክርቤት ምክትል ፕሬዝዳንትን ጨምሮ ከብሄራዊ ባንክ፣ የመንግስት እና የግል ባንኮች፣ የኢንሹራንስ ተቋማት ተወካዮች፣ ምሁራን እና ታዋቂ ግለሰቦች እየተካፈሉ ይገኛሉ። ሂጅራ ባንክ በሀገራችን የኢስላሚክ ፋይናንስ ተቋማት ግንባታ ላይ የሚያደረገውን ንቁ ተሳትፎ አጠናክሮ የሚቀጥል ሲሆን የዚህ ውይይት አጋር በመሆኑ ታላቅ ደስታ ይሰማዋል። ሂጅራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ! Baankiin Hijraa, waltajjii marii ijaarsa sirna Takaafuul Itiyoophiyaa Giddu-gala Faayinaansii hunda galeessa, Itti-fufiinsa Qabu (CiSF) fi Dhaabbata Faayinaansii Itiyoophiyaa Jabeessu (FSD Ethiopia) qindoominaan qopheessan irratti hirmaachaa jira. Takaafuul Inshuraansii Islaamaa tajaajila faayinaansii hundagaleessa bu’uura Shari’aa irratti hundaa’e yoo ta’u, marii ijaarsa sirna kanaa Itiyoophiyaa keessatti jabeessuuf kaayyeffate kun Hooteela Iskaayilaayitiitti gaggeeffamaa jira. waltajjii marii kana irratti Itti-aanaa Pirezidaantii Mana-murtii Ol-aanaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa dabalatee, hoggantoonni Baankii Biyoolessaa, bakka bu’oonni baankota mootummaa fi dhuunfaa, dhaabbilee inshuraansii, hayyoonni fi namoonni beekamoon hirmaachaa jiru. Baankiin Hijraa ijaarsa dhaabbilee faayinaansii Islaamaa irratti hirmaannaa gochaa jiru cimsee kan itti fufu yoo ta’u, waltajjii marii kanaa irratti akka Michuutti hirmaachuu isaatti gammachuu guddaatu itti dhaga’ama. Baankii Hijraa Imala gara egeree ifaa! #HijraBank #Takaful #IslamicFinance #InclusiveFinance #SustainableFinance #Ethiopia #FSDEthiopia #CiSF ❤ 19 👍 6 👏 1 4.1K
Обсуждение 0
Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.
Обсудить в Telegram