ነገ ይጠናቀቃል!
Boru Ni Xumurama!
ውድ ደንበኞቻችን የፋይዳ መታወቂያዎን ከባንክ አካውንቶ ጋር አስተሳስረዋል?
አስተሳስረው ከጨረሱ በኮሜንት ያሳውቁን።
ካላስተሳሰሩ ካሉበት ሆነው ይህንን ሊንክ በመጠቀም
https://apps.hijradigital.com/fayda/v2/ ወይም በሚቀርቦት የሂጅራ ቅርንጫፍ በመቅረብ ያስተሳሰሩ።
በሂደቱ ላይ ማብራሪያ የምትፈልጉ ደንበኞቻችን ጥያቄዎቻችሁን እዚህ ያጋሩን።
ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!
Kabajamtoota maamiltoota keenya waraqaa Eenyummaa Fayidaa keessan herreega baankii keessanii waliin wal simsiifattanii jirtuu?
Yoo xumurtan yaada keessan jalatti nuuf barreessaa.
Yoo hin xumuratin iddoo jirtanii liinkii kana
https://apps.hijradigital.com/fayda/v2 fayyadamuun ykn damee Baankii Hijraa dhihoo keessan jirutti deemuun walsimsiifadhaa
Adeemsa irratti maamiltoonni ibsa gahaa barbaaddan yaada keessan nuuf qoodaa.
Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!
#hijrabank #fayda #digitalID #nationalbankofethiopia #Bankingupdate #accountLinking
#faydaharmonization
Обсуждение 9
Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.
Обсудить в Telegram