Hijra Bank @HijraBank 04.04.2026 13:27 Скопировать Пожаловаться ለጉዞዎ ቅልጥፍና ሃላል ፔይ! Saffisa Imala Keessaniif HalaalPeey! የተለያዩ የጉዞ ቲኬቶችን ለመቁረጥ በሀገራችን ለመጀመሪያ ጊዜ የሸሪዓ መርሆችን ተመርኩዞ በተዘጋጀው የሂጅራ ባንክ ሀላል ፔይ ዲጂታል ዋሌት እና የኢ-ሙራባሃ ፋይናንሲንግ አገልግሎት መተግበሪያ በመጠቀም ካሉበት ሆነው ደካምዎን ያቅልሉ። ለጉዞዎ ቅልጥፍና ሃላል ፔይ መተግበሪያን በቀላሉ ከፕለይ ስቶር ወይንም አፕስቶር ላይ በማውረድ ይጠቀሙ! ሂጅራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ! Iddoo jirtanii tikkeettiilee imala adda addaa kutachuuf biyya keenya keessatti yeroo jalqabaatiif seerota Shari’aa irratti hundaa’uun kan qophaa’e, tajaajila faayinaansii E-Muraabahaa fi waaleetii dijiitaalaa Baankii Hijraa Halal Pay fayyadamuun dadhabbii keessan salphisaa. Saffisa imala keessaniif, Appilikeeshinii waaletii Halaal Peey salphaatti Play Store yookaan App store irraa buufachuun itti fayyadamaa! Baankii Hijraa Imala gara egeree ifaa! #HijraBank #HalalPay #BookTicketsHalalWay #ShariaCompliant #DigitalWallet #EMurabaha ❤ 7 👍 3 👏 2 1 3.8K
Обсуждение 0
Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.
Обсудить в Telegram