avatar
Hijra Bank
@HijraBank
03.04.2026 22:08
Hijra Bank Фото: Медиафайл
የህንፃ አስተዳደርዎን በዲጂታል ስርዓት ያዘምኑ!
Sirna Bulchiinsa Gamoowwan Keessanii Dijiitaalaan Ammayyeessaa!


ሂጅራ ባንክ በዲጂታል ሥርዓት የታገዘ የህንፃ አስተዳደር አገልግሎት በላቀ ጥራት ለክቡራን ደንበኞቹ እየሰጠ ይገኛል።ይህ  የዲጂታል መፍትሄያችን የሕንጻ እና የንግድ ማዕከላት ባለቤቶች እንዲሁም የሪል እስቴት ኩባንያዎች ስራቸውን በቴክኖሎጂ የታገዘ በሆነ መንገድ እንዲመሩ ታስቦ የተዘጋጀ ሲሆን፦

✅የኪራይና የአገልግሎት ክፍያዎችን በወቅቱና በቀላሉ ለመሰብሰብ
✅የአስተዳደር ጊዜንና ወጪን በከፍተኛ ሁኔታ ለመቀነስ
✅ግልጽና የተሟላ ወቅታዊ አፈፃፀም ሪፖርቶችን ለማግኘት
✅እንዲሁም የተከራዮችን መረጃ በዲጂታል መንገድ በዝርዝር ለማደራጀት ያስችላል።

ሙሉ ለሙሉ የሸሪዓ መሪዎች ተከትሎ በሚሰራው ባንካችን የህንፃዎን አስተዳደር በዲጂታል ስርዓት ያዘምኑ!

ለበለጠ መረጃ፡
��  በጥሪ ማዕከላችን 9381ይደውሉልን
�� ወይም በአቅራቢያዎ የሚገኝ የሂጅራ ባንክ ቅርንጫፍን በመጎብኘት የዲጂታል አገልግሎቱ ተጠቃሚ ይሁኑ።

ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!

Baankiin Hijraa sirna bulchiinsa gamoowwan dijiitaalaa qulqullina ol'aanaan maamiltoota isaatiif kennaa jira. furmaanni dijiitaalaa keenya kun abbootiin qabeenyaa gamoowwanii fi jiddu gala daldalaa akkasumas kubbaniyyaawwan riilisteetii hojii isaanii teeknooloojiin akka gargaaraman yaadamee kan qopaa'eedha.

✅ tajaajilaafi kafaltiiwwan karaa salphaan yeroon akka raawwataniif
✅ yeroo fi baasii bulchiinsaa hirdhisuuf
✅ gabaasa hojii ifaa fi guutuu yeroon argachuuf
✅ Akkasumas odeeffannoo kireeffattotaa karaa dijiitaalaatiin baldhinaan gurmeessuuf

Sirna bulchiinsa gamoo keessanii karaa tajaajila dijiitaala gamoowwan Baankii Keenya kan guutumaa guututti seerota shari'aa irratti hundaa'uun hojjatu fayyadamuun daladala keessan ammayyeessaa!

yaada dabalataaf:
�� Gara jiddu-gala keenyaattii 9381 bilbilaa
�� ykn gara damee baankii keenya dhihoo keessan jiruutti demuun tajaajila dijiitaalaa fayyadamaa.

Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!

#HijraBank #RentManagement #ShariaCompliant #SmartBanking #HalalFinance #DigitalBanking #PropertyManagement #TenantFriendly #ModernBanking
15
👍 7
👏 2
4 4.2K

Обсуждение 0

Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.

Обсудить в Telegram

Hijra Bank

18.6K
Journey to a bright future
Hijra Bank is a full-fledged interest free Bank in Ethiopia joined the financial industry in 2021
Открыть в Telegram