Hijra Bank @HijraBank 31.03.2026 19:12 Скопировать Пожаловаться Hijra Bank Фото: Медиафайл ሂጅራ ባንክ በአማራ ክልል ማሻ ከተማ ቅርንጫፍ ከፈተ! Baankiin Hijraa Naannoo Amaaraa Magaalaa Maashaa keessatti damee isaa bane! …///… ከወለድ ነጻ የባንክ አገልግሎት ፈላጊ ደንበኞችን ተደራሽ ለማድርግ ቅርንጫፎቹን በማስፋፋት ላይ የሚገኘው ሂጅራ ባንክ በአማራ ክልል ደቡብ ወሎ ዞን መቅደላ ወረዳ ማሻ ከተማ “ሼሀ ሁሴን ሀቢብ አደም” በሚል ስያሜ የከፈተውን ቅርንጫፍ አስመርቋል። በምርቃት ስነ-ስርዓቱ የባንኩ የሰሜን ምስራቅ ዲስትሪክት የሥራ ሃላፊዎችን ጨምሮ የከተማው መጅሊስ አመራሮች ፣ የከተማው አስተዳደር ተወካዮች ፣ የንግዱ ማህበረብ አባላት እንዲሁም የአካባቢው ነዋሪዎች ተገኝተዋል። ባንኩ የከፈተው አዲሱ ቅርንጫፍ የሸሪዓ መርሆችን እና ዕሴትዎን ጠብቆ እንዲሁም ዘመናዊ ቴክኖሎጂን ታጥቆ ለማሻ ከተማ ኗሪዎች እና ለአከባቢው የንግዱ ማህበረሰብ የተሟላ የፋይናንስ አገለገሎት ለማቅረብ እነሆ መዳረሻውን አደርጓል። ስለሆነም መላው የማሻ ከተማ ኗሪዎች እና ባለሃበቶች ዕሴትታችሁን የሚጠብቅና ፍላጎታችሁን የሚያሟላ አገልግሎት ለማግኘት “ሼሀ ሁሴን ሀቢብ አደም” ቅርንጫፋችን ጎራ በማለት እንድትጎበኙነ ስንጋብዝ በታላቅ ደስታ ነው። ሂጅራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ! Baankiin Hijraa tajaajila baankii dhala irraa bilisa ta'e maamiltoota isaa biraan ga'uuf dameewwan isaa baballisaa kan jiru yoo ta'u, Naannoo Amaaraa godina Walloo Kibbaa Aanaa Maqdalaa magaalaa maashaa keessatti damee maqaa “Sheek Huseen Habiib Aadam” jedhuun bane eebbisiiseera. Sirna eebbaa kana irratti gaggeessitoota Diistiriiktii Kaaba-Bahaa baankichaa dabalatee, hoggantoonni Majliisa magaalichaa, bakka bu’oonni bulchiinsa magaalaa, miseensonni hawaasa daldalaa fi jiraattonni naannichaa argamaniiru. Dameen haaraan baankichi bane kun qajeelfamoota fi duudhaalee Shari’aa eeggatee, akkasumas teeknooloojii ammayyaatiin deeggaramee jiraattota magaalaa Maashaa fi hawaasa daldalaa naannichaatiif tajaajila faayinaansii guutuu dhiyeessuuf qophii xumureera. Kanaafuu, jiraattonni magaalaa Maashaa fi abbootiin qabeenyaa hundi tajaajila duudhaa keessan eeguu fi fedhii keessan guutu argachuuf damee keenya “Sheek Huseen Habiib Aadam” deemuun akka nu daawwattan gammachuu guddaan isin affeerra. Baankii Hijraa Imala gara egeree ifaa! #HijraBank #ifb #branchinaguration #hijrabranch ❤ 15 👍 10 👏 6 2 3.6K
Обсуждение 0
Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.
Обсудить в Telegram