Hijra Bank @HijraBank 28.03.2026 15:36 Скопировать Пожаловаться Hijra Bank Фото: Медиафайл ሂጅራ ባንክ ከተጨማሪ 5 ዓለም አቀፍ ባንኮች ጋር የኮሬስፖንደንት ባንክ ግንኙነት መሠረተ! Baankiin Hijraa baankota idil-addunyaa dabalataa 5 waliin hariiroo baankii koorrispoondantii hundeesseera! ባንካችን የዓለም አቀፍ ንግድ እንቅስቃሴን ይበልጥ ለማቀላጠፍ ከቅርብ ጊዜ ወዲህ ከተጨማሪ 5 ዓለም አቀፍ ባንኮች ጋር የኮረስፖንደንት ግንኙነት በመመሥረት አጠቃላይ የውጭ ሀገር የባንክ ትስስሩን ወደ 10 አሳድጓል። አዲሶቹ ዓለም አቀፍ የባንክ አጋሮቻችን፦ 1. አፍሪ ኤግዚም ባንክ (Afreximbank) 2.ፕሪሚየር ባንክ (Premier Bank) 3.ዢጂያንግ ቾውዙ ኮሜርሻል ባንክ(Zhejiang Chouzhou Commercial Bank) 4. ሳላም አፍሪካ ባንክ (Salaam Africa Bank) 5. ኢንተርኮንቲኔንታል ኢንቨስትመንት ባንክ (IIB) ይህ የተጠናከረ ትስስር ለደንበኞቻችን ቀልጣፋና አስተማማኝ የውጭ ሀገር የባንክ አገልግሎት ለመስጠት የሚያስችል ነው። ሂጅራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ! Baankiin keenya yeroo dhihoo as sochiilee daldala idil-addunyaa (International Trade) caalmaatti saffisiisuuf, baankota idil-addunyaa dabalataa 5 waliin hariiroo koorrispoondantii hundeessuun, hariiroo waliigala baankota biyya alaa waliin qabu gara 10tti guddiseera. Michoonni Baankota idil -Addunyaa keenya haaraan. 1. Baankii Afrii-Egzim (Afreximbank) 2. Baankii Piriimeer (Premier Bank) 3. Baankii Komershaalii Zhijiyaang Choozuu (Zhejiang Chouzhou Commercial Bank) 4. Baankii Saalaam Afrikaa (Salaam Africa Bank) 5. Baankii Invastimantii Intarkontinantaal (IIB) Hariiroon cimaan uumame kun maamiltoota keenyaaf tajaajila baankii biyya alaa saffisaa fi amansiisaa ta’e kennuuf kan dandeessisudha Baankii Hijraa Imala gara egeree ifaa! #HijraBank #JourneyToABrightFuture #TradeFinance #InternationalTrade #ImportExportEthiopia #GlobalHorizons #BusinessEthiopia #Ethiopia ❤ 33 👍 11 👏 6 6 4.8K
Обсуждение 0
Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.
Обсудить в Telegram