avatar
Hijra Bank
@HijraBank
26.03.2026 13:56
Hijra Bank Фото: Медиафайл
መጋቢት 30፣ 2018 ይጠናቀቃል !
Bitootessa 30, 2018 ni xumurama!

ለተከበራችሁ የሂጅራ ባንክ ደንበኞች

ከኢትዮጵያ ብሔራዊ ባንክ የወጣውን  መመሪያ መሠረት በማድረግ የባንክ አገልግሎቶችን ለማግኘት እና የሒሳብ እንቅስቃሴዎን ለማስቀጠል የፋይዳ (Fayda) ዲጂታል መታወቅያዎን ከባንክ መረጃዎ ጋር ማስተሳሰር አስፈላጊ መሆኑ ይታወቃል::

ስለሆነም የብሄራዊ ባንክ ቀነ ገደብ መጋቢት 30 ስለሚያበቃ የባንክ ሒሳቦን ከፋይዳ መታወቅያ (FAN) ጋር እንዲያያይዙ በአክብሮት እናሳስባለን ።

ሂደቱ እጅግ ቀላልና ጥቂት ደቂቃ ብቻ የሚወስድ ሲሆን ባሉበት ሆነው
1. በቅድሚያ ይህን ማስፈንጠሪያ �� https://apps.hijradigital.com/fayda/v2/ በመጫን ገፁን በመክፈት "Get started" የሚለውን ይጫኑ፣
2. በመቀጠልም የሂሳብ ቁጥርዎን አስገብተው ከ ታች request verification code የሚለውን ይጫኑ፣
3. ከዚያም የባንክ አካውንትዎ ሲከፍቱ ያስመዘገቡትን የስልክ ቁጥር ላይ የተላከልዎትን የአንድ ጊዜ የሚስጥር ቁጥር (OTP) አስገብተው “Verify identity” የሚለውን ይጫኑ፣
4. “Login with OTP” የሚለውን ይጫኑ፣
5. Enter your FAN የሚል ቦታ ላይ የፋይዳ ተለዋጭ ቁጥርዎን (16 አሀዝ-FAN Number) አስገብተው ‘Get OTP’ የሚለውን ይጫኑ፣
6. በድጋሚ ፋይዳ መታወቅያዎን ሲከፍቱ ያስመዘገቡትን የስልክ ቁጥር ላይ የተላከልዎትን የአንድ ጊዜ የሚስጥር ቁጥር (OTP) አስገብተው “Verify” የሚለውን ይጫኑ፣
7. ከዚያም “Allow” የሚለውን ሲጫኑ፣
8. በመጨረሻም “thank you verification complete የሚል መልእክት ይመጣልዎታል::

ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!

Kabajamtoota Maamiloota Baankii Keenyaaf

Akkaataa Qajeelfama Baankiin Biyyaalessa Itiyoophiyaaa Baasen Tajaajila Baankii Kamuu Argatuufis Ta'ee Sochii Herreega Baankii Itti fufsiisuuf Waraqaa Eeenyumma Diijitaalaa (Fayda) Keessan Herreega Baankii Keessanii Waliin Walsimsiifachuun dirqama akka ta'e ni beekama.

Kanaanis Yeroon Turtii Baankiin Biyyoolessaa Kaa'e Bitootessa 30 Waan Xumuramuuf Herreega Baankii Keessanii Lakkoofsa Faayidaa (FAN) Keessan Waliin Akka Walsimsiifattan Kabajaan Isin Beeksifna.

Daqiiqaa muraasa qofa keessatti Adeemsa Salphaa Kana Hordofuun Iddoo Jirtanii tartiiba armaan gadii hordofuun Walsimsiifadhaa:
1. Jalqaba Liinkii kana �� https://apps.hijradigital.com/fayda/v2/ yeroo bantan "Get Started" kan jedhu cuqaasaa.
2. Itti aansuun Lakkoofsa herreega baankii keessanii galchuun, jalatti "Request verification code" kan jedhu cuqaasaa.
3. Sana booda Lakkoofsa bilbilaa yeroo herreega baankii banattan galmeessitan irratti koodii iccitii yeroo tokkoo (OTP) isiniif ergamu galchuun "Verify identity" kan jedhu cuqaasaa.
4. Sana booda "Login with OTP" kan jedhu cuqaasaa.
5. Itti Aansuun Bakka "Enter your FAN" jedhutti lakkoofsa Fayidaa keessanii (FAN Number - dijitii 16) galchuun "Get OTP" kan jedhu cuqaasaa.
6. Ammas lakkoofsa bilbilaa yeroo eenyummaa Faayidaa galmeessistan galchitan irratti koodii iccitii (OTP) isiniif ergamu galchuun "Verify" kan jedhu cuqaasaa.
7. "Allow" kan jedhu cuqaasaa.
8. Dhumarratti ergaan "Thank you, verification complete" jedhu isiniif dhufa. Xumurtanii jirtu

Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!
12
👍 3
👏 1
8 4.7K

Обсуждение 0

Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.

Обсудить в Telegram

Hijra Bank

18.6K
Journey to a bright future
Hijra Bank is a full-fledged interest free Bank in Ethiopia joined the financial industry in 2021
Открыть в Telegram