avatar
Hijra Bank
@HijraBank
25.03.2026 18:31
Hijra Bank Фото: Медиафайл
በሃላል ፔይ እስከ 1 ሚሊዮን ብር የሚደርስ ኢ-ሙራበሃ ፋይናንሲንግ ተጠቃሚ ለመሆን የሚያስችሉ መስፈርቶች
Ulaagaalee Tajaajila Faayinaansii Halaal-Peey E-Murabahaa Hanga Qarshii Miiliyoona Tokkootti Fayyadamuuf Barbaachisan:

✅የፋይዳ ዲጂታል መታወቂያ
✅በሂጅራ ባንክ አካውንት ለ3 ወራት የተደረገ የገንዘብ ዝውውር
✅የጋብቻ ሰርተፊኬት (ያገባ/ያላገባ)
✅በአነስተኛ እና መካከለኛ የሥራ ዘርፍ ለተሠማሩ የታደሰ እና ቢያንስ የ6 ወር አገልግሎት ጊዜ ያለው የንግድ ፍቃድ
✅ለግል እና ለመንግስት ሠራተኞች ከሚሰሩበት መስሪያ ቤት ደብዳቤ ማቅረብ
✅በሽሪዓ የተፈቀዱ እና ፋይናንሲንግ የሚደረግባቸው ዕቃዎች ወይም ግብዓቶች ዝርዝር መረጃ ማቅረብ

✨ ከወለድ ሳይነካኩ
✨ የሰው ፊት ሳያዩ
✨ ማስያዣ ሳይጠየቁ እስከ 1,000,000 የኢ- መራበሃ ፋይናንሲንግ ተጠቃሚ ይሁኑ!

ባለፈው አንድ ዓመት ብቻ በሃላል ፔይ አማካኝነት ከ1 ቢሊዮን ብር በላይ ለደንበኞቻችን ፋይናንስ በማድረግ የብዙዎችን ህይወት ቀይረናል! አሁን ደግሞ ተራው የእርሶ ነው።
ዕሴትዎ እንደተጠበቀ በቴክኖሎጂ ይዘመኑ! ቢዝነስዎን ያሳድጉ !

ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!

Ulaagaalee Tajaajila Faayinaansiingii Halaal-Peey E-Murabahaa Hanga Qarshii Miiliyoona Tokkootti Fayyadamuuf Barbaachisan:

✅ Waraqaa eenyummaa diijitalaa (Fayda) dhiyeessuu.
✅ Buukii herreega Baankii Hijraa kan sochii herreega ji’oota sadan darban gaggeeffame agarsiisu.
✅ Namoota daldala xixiqqaa fi giddu-galeessaa irratti bobba’aniif: Hayyama daldalaa kan haaromfamee yoo xiqqaate tajaajila ji’a ja’aa (6) qabu.
✅ Odeeffannoo bal’aa meeshaalee ykn galteewwan Shari’aadhaan hayyamaman kan faayinaansiin irratti raawwatamu dhiyeessuu.
✅ Waraqaa Ragaa Gaa'elaa ( kan fuudhe/ kan hin fuune ) jedhu
✅ Hojjattoota Dhaabbilee Dhuunfaa fi Mootummaa Xalayaa waajira keessa hojjatan irraa dhiheeffachuu

✨ Dhala irraa bilisa kan ta’e
✨ Fuula namaatiin Osoo wal hin argin
✨ Wabii tokko Malee Hanga Qarshii 1,000,000tti Faaynaansiingii E-Muraabahaa Irraa Fayyadamaa Ta'aa!

Waggaa Tokkoo Darbe Qofa Keessatti Karaa Halaal Peeytiin Qarshii Biiliyoona Tokkoo Ol Maamiltoota Keenyaaf Faayinaansii Gochuun Jireenya Namoota Hedduu Jijjiirreerra! Amma Carraan Keessani.
Teeknooloojii Duudhaa keessan egeen Badhaadhaa! Daldala Keessan Guddisaa!

Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!

#HijraBank #HalalPay #DigitalFinance #InterestFreeBanking #FinancialInclusion #Ethiopia #HalalEconomy #EMurabaha #SMEs #WomenInBusiness #Fintech #JourneyToABrightFutureee\
28
👍 5
👏 2
20 5.2K

Обсуждение 0

Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.

Обсудить в Telegram

Hijra Bank

18.6K
Journey to a bright future
Hijra Bank is a full-fledged interest free Bank in Ethiopia joined the financial industry in 2021
Открыть в Telegram