avatar
Hijra Bank
@HijraBank
24.03.2026 18:53
Hijra Bank Фото: Медиафайл
ሂጅራ ባንክ በኢትዮጵያ የመጀመሪያ በሆነው ሃላል ፔይ የዲጂታል ዋሌት እና ፋይናንሲንግ መተግበሪያ ያለ ማስያዣ ያቀረበው ኢ- ሙራበሃ ፋይናንሲንግ 1 ቢሊዮን ብር ተሻገረ!
Baankiin Hijraa Tajaajila Faayinaansiingii fi Waaleetii Diijitaalaa "Halaal-Peey" Akka Biyya Keenyaatti Isa Jalqabaa ta'e Qopheesseen wabii malee E-Muraabahaa Faayinaansiingii Maallaqa Biiliyoona 1 ol Darbeera.

በኢትዮጵያ ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት ውስጥ አዳዲስ አሰራሮችን በማስተዋወቅ የሚታወቀው ሂጅራ ባንክ በሀገሪቱ የዲጂታል ፋይናንስ ታሪክ ውስጥ ትልቅ ስፍራ የሚሰጠው ስኬት ዛሬ አስመዝግቧል።

ባንኩ ከአንድ ዓመት በፊት በይፋ ወደ ሥራ ያስገባውና በኢትዮጵያ የመጀመሪያው የሸሪዓ መርህን የተከተለ የዲጂታል ዋሌት እና የኢ-ሙራባሃ የፋይናንሲንግ አገልግሎት መተግበሪያ የሆነው ሃላል ፔይ (Halal-Pay) በአጭር ጊዜ ውስጥ ለደንበኞቹ ያለ ማስያዣ ያቀረበው የፋይናንስ መጠን 1,000,000,000ብር መሻገሩን በታላቅ ኩራት ገልጿል።

ይህ በዓይነቱ ልዩ የሆነው የሂጅራ ባንክ የሞባይል መተግበሪያ ሥራ በጀመረበት አንድ አመት ከጥቂት ወራት ብቻ ከ1.3ሚሊዮን በላይ ለሚሆኑ የዋሌት ተጠቃሚዎች ተደራሽ መሆን የቻለ ሲሆን ከእነዚህም መካከል ከ3 ሺህ በላይ ለሚሆኑ አነስተኛ እና መካከለኛ የንግድ ዘርፍ (SMEs)  ኢንተርፕራይዞች እንዲሁም ሴቶች እና ወጣቶች ሃላል የፋይናንስ አማራጭ በማቅረብ በሀገሪቱ የሃላል ኢኮኖሚ ግንባታ ላይ ያለውን ቁልፍ ሚና በተግባር አረጋግጧል።

የሃላል ፔይ አገልግሎት ሙሉ በሙሉ ከወለድ ነፃ እና የሸሪዓ መርሆችን የተከተለ በመሆኑ የታለመለት ማህበራዊ ፋይዳ እና የቴክኖሎጂ ተቀባይነቱ በከፍተኛ ፍጥነት እያደገ ይገኛል። ባንኩ ዛሬ ይህንን ወሳኝ ምዕራፍ ሲያከብር በዘመናዊ የቴክኖሎጂ ውጤቶች የታገዘ እና የህብረተሰባችንን ዕሴት ያከበረ የፋይናንስ ድጋፍ የማቅረብ ሂደቱን አጠናክሮ እንደሚቀጥልም አረጋግጧል።

ይህ ያለ ማስያዣ የቀረበ የ1 ቢሊዮን ብር ፋይናንሲንግ ስኬት ሂጅራ ባንክ በኢትዮጵያ ከወለድ ነፃ አገልግሎት ውስጥ ያለውን የመሪነት ሚና የሚያጸና ከመሆኑም በላይ ለሀገራዊ የኢኮኖሚ እድገት እና ለፋይናንስ አካታችነት እያበረከተ ያለው አስተዋፅኦ የሚያበስር ነው::

በሃላል ፔይ ፋይናንሲንግ እስከ 1 ሚሊየን ብር !
✅ ከወለድ ሳይነካኩ
✅ የሰዉ ፊት ሳያዩ
✅ ማስያዣ ሳይጠየቁ

ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ !

Itoophiyaa keessatti sirna baankii dhala irraa bilisaa ta’e keessatti hojimaata haaraa beeksisuun kan beekamu ​Baankiin Hijraa seenaa faayinaansii diijitaalaa halaalaa biyyattii keessatti har’a milkaa'ina guddaa galmeesseera.

Baankichi tajaajila diijitaalaa fi faayinaansii "E-Muraabahaa" seerota Shari'aa hordofeefi waggaa tokko dura hojiitti gale "Halaal-Peey" jedhamuun, yeroo gabaabaa keessatti maallaqa biiliyoona 1,000,000,000 ol maamiltoota isaatiif dhiyeessuu isaa gammachuu guddaan ibsa.

​Appilikeeshiniin mobaayilaa Baankii Hijraa adda ta’e kun, erga gara hojiitti seenee turtii waggaa tokkoo fi ji'oota muraasaa keessatti qofa fayyadamtoota Waaleetii dijiitaalaa miiliyoona 1.3 ta'aniif kan qaqqabe yoota'u kanneen keessaas kuma 3 ol kan tahan hawaasa damee daldalaa xixiqqaa fi giddu-galeessaa (SMEs) irratti bobba'an, Akkasumaas  dubartoota fi dargaggootaaf filannoo faayinaansii olaanaa ta’uun, ijaarsa diinagdee halaalaa biyyattii keessatti gahee ol'aanaa ta'e bahachuu isaa gochaan mirkaneesseera.

​Tajaajilli Halaal-Peey guutumaa guututti dhala irraa bilisa ta'ee fi seerota Shari'aa irratti hundaa'e kun Qabsiisa tokko malee kan dhihaatu ta'uu isaatiin, Itoophiyaa keessatti tajaajila halaala dhala irraa bilisaa ta'e kennuu keessatti dursummaa qabu cimsuu bira darbee, guddina diinagdee biyyaalessaa fi dhiyeessii faayinaansii hunda-galeessa ta’eef gumaacha seena-qabeessa gochaa jiru kan mul’isuudha.

Faayinaansiingii HalalPay'n Hanga Qarshii ​miiliyoon 1tti!
✅ Dhala irraa bilisa kan ta’e
✅ Fuula namaatiin Osoo wal hin argin
✅ Wabii tokkoo osoo hin gaafatamin

Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!

#HijraBank #HalalPay #DigitalFinance #InterestFreeBanking #FinancialInclusion #Ethiopia #HalalEconomy #EMurabaha #SMEs #WomenInBusiness #Fintech #JourneyToABrightFuture
👍 23
20
👏 4
12 5.2K

Обсуждение 0

Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.

Обсудить в Telegram

Hijra Bank

18.6K
Journey to a bright future
Hijra Bank is a full-fledged interest free Bank in Ethiopia joined the financial industry in 2021
Открыть в Telegram