Hijra Bank @HijraBank 18.03.2026 23:53 Скопировать Пожаловаться ለዒድ 10% ሂባ ! Iidaaf Hibaa 10%! ለዒድ አል-ፊጥር በዓል ከውጭ ሀገር ከወዳጅ ዘመድዎ የሚላክልዎትን ገንዘብ በሂጅራ ባንክ ሲቀበሉ የ10% ሂባ (ስጦታ) እናበረክትልዎታለን። በWestern Union| Dahabshiil| Thunes| Ria| EthioDash ወይም በባንካችን ስዊፍት ኮድ HIJRETAA የሚላክልዎትን ገንዘብ ባሉበት ቦታ በomni plus ወይም በ160+ ቅርንጫፎቻችን በኩል ይቀበሉ። ሂጅራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ! Ayyaan Iidal-fixir sababeeffachuun qarshii maatii fi firoottan keessan biyya alaa irraa isiniif ergamu karaa Baankii Hijraatiin yoo fudhattan tokkoo tokkoo doolaraatiin kennaa hibaa 10% isiniif dhiheessina. karaa EthioDash፣ Western Union፣ Dahabshiil፣ Thunes፣ Ria yookiin karaa swift koodii hijretaa baankii keenyaatiin maallaqa isiniif ergamu dameewwan keenya 160 hunda irratti yookiin karaa Appilikeeshinii Omniplus fayyadamuun tajaajilamaa kennaa addaa kanaa ta'aa. Baankii Hijraa Imala gara egeree ifaa! ❤ 14 4 4.2K
Обсуждение 0
Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.
Обсудить в Telegram