avatar
Hijra Bank
@HijraBank
17.03.2026 18:20
በዒድ ኤክስፖ በሃላል ፔይ ይሸምቱ!
Iid Eksipoo Irratti Halaal Peey'n bitadhaa!

በጊዮን ሆቴል በሚካሄደው የዒድ ኤክስፖ ግብይትዎን ዘመናዊ እና ደህንነቱ የተጠበቀ ለማድረግ ሃላል ፔይ ከጎንዎ አለ! በጥሬ ገንዘብ ፍለጋ ሳይደክሙ ክፍያዎትን በስልክዎ ብቻ በሰከንዶች ውስጥ ይፈጽሙ::

በኤክስፖው በሚገኘው የባንካችን ልዩ  ስፍራ በመገኘት ሃላል ፔይን ጨምሮ የዲጂታል አገልግሎቶቻችንን ማግኘት እንደሚችሉ በደስታ እንገልፃለን ።

ይሸምቱ ! በሀላል ፔይ ይክፈሉ !

ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!

​Eksipoo Iidaa Hoteela Giyoonitti gaggeeffamu irratti, bittaa keessan ammayyeessuu fi nageenya isaa mirkaneessuuf Halaal Peey'n isin cinaa jira! Maallaqa callaa barbaacha osoo hin dhama'in, kaffaltii keessan bilbila keessan qofaan sakandii muraasa keessatti raawwadhaa.

​Eksipoo kana irratti bakka addaa Baankiin keenya qopheessetti argamuun, tajaajila Halaal Peey dabalatee tajaajiloota keenya kan 'Dijiitaalaa' biroo argachuu akka dandeessan gammachuun isiniif ibsina.

​Bittaa keessan raawwadhaa! Halaal Peey'n kaffalaa!

Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!
10
👍 4
2 2.8K

Обсуждение 0

Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.

Обсудить в Telegram

Hijra Bank

18.6K
Journey to a bright future
Hijra Bank is a full-fledged interest free Bank in Ethiopia joined the financial industry in 2021
Открыть в Telegram