avatar
Hijra Bank
@HijraBank
16.03.2026 21:02
ለዒድ 10% ሂባ !
Iidaaf Hibaa 10%!

ለዒድ አል-ፊጥር በዓል ከውጭ ሀገር ከወዳጅ ዘመድዎ የሚላክልዎትን ገንዘብ በሂጅራ ባንክ ሲቀበሉ የ10% ሂባ (ስጦታ) እናበረክትልዎታለን። በWestern Union| Dahabshiil| Thunes| Ria| EthioDash  ወይም በባንካችን ስዊፍት ኮድ HIJRETAA የሚላክልዎትን ገንዘብ ባሉበት ቦታ በomni plus ወይም በ160+ ቅርንጫፎቻችን በኩል ይቀበሉ።

ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!

Ayyaan Iidal-fixir sababeeffachuun qarshii maatii fi firoottan keessan biyya alaa irraa isiniif ergamu  karaa Baankii Hijraatiin yoo fudhattan tokkoo tokkoo doolaraatiin kennaa hibaa 10% isiniif dhiheessina. karaa EthioDash፣ Western Union፣ Dahabshiil፣ Thunes፣ Ria yookiin karaa swift koodii hijretaa baankii keenyaatiin maallaqa isiniif ergamu dameewwan keenya 160 hunda irratti yookiin karaa Appilikeeshinii Omniplus fayyadamuun tajaajilamaa kennaa addaa kanaa ta'aa.

Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!
17
👍 1
6 3.6K

Обсуждение 0

Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.

Обсудить в Telegram

Hijra Bank

18.6K
Journey to a bright future
Hijra Bank is a full-fledged interest free Bank in Ethiopia joined the financial industry in 2021
Открыть в Telegram