avatar
Hijra Bank
@HijraBank
14.03.2026 18:33
ሂጅራ ባንክ ለታራሚ ወገኖች የሰደቃ መርኃ-ግብር አከናወነ
Baankiin Hijraa lammiilee Mana Amala Sirreessaatti argamaniif sagantaa Sadaqaa gaggeesse.

ሂጅራ ባንክ በኦሮሚያ ማረሚያ ቤቶች ኮሚሽን የሸገር ከተማ ማረሚያ ቤት በመገኘት ለታራሚ ወገኖቹ የሰደቃ መረኃ-ግብር አከናውኗል።

በመረኃ-ግብሩ የሂጅራ ባንክ አመራሮች፣ የማረሚያ ቤቱ ሙስሊም ጀመዓ አስተባባሪዎች እና ታራሚ ወገኖች ተሳታፊ ሆነዋል።

ባንኩ ሸሪዓዊ ክንዋኔዎችን መሠረት በማድረግ ለተለያዩ የተቸገሩ ወገኖች፣ ዑለሞች፣ የዕርዳታ ድርጅቶች እንዲሁም ማረሚያ ቤት በመገኘት በሀገር አቀፍ ደረጃ ያስጀመረውን የሰደቃ መረኃ-ግብር አድርጓል።

"ረመዷን የሰደቃ እና የዕዝነት ወር"

ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ

Baankiin Hijraa naannoo Oromiyaatti  lammiilee mana amala sirreessa Bulchiinsa magaalaa Shaggaritti argamaniif sagantaa sadaqaa raawwatee jira.

Saganticharratti hoggantoonni Baankii Hijraa, qindeessitoonni jama'aa muslima mana amala sirreessaa fi

Baankichi qajeelfama shari'aa irratti hundaa'uun lammiilee harka qal'eeyyiif, Ulamaa'otaaf, dhaabbilee gargaarsa garagaraaf akkasumas manneen amala sirreessaa gara garaatti argamuun sagantaa sadaqaa  guutuu biyyattiitti jalqabsiise raawwateera.

Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!
👍 12
11
1 3.5K

Обсуждение 0

Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.

Обсудить в Telegram

Hijra Bank

18.6K
Journey to a bright future
Hijra Bank is a full-fledged interest free Bank in Ethiopia joined the financial industry in 2021
Открыть в Telegram