avatar
Hijra Bank
@HijraBank
10.03.2026 09:40
Hijra Bank Фото: Медиафайл
#ጂግጅጋ
#Jigjigaa

ሂጅራ ባንክ በሶማሌ ክልል መዲና ጂግጅጋ ከተማ ተገኝቶ ለኢክላስ የየቲም መርጃ መዓከል የሰደቃ መረኃ-ግብር አካሄደ።

ሂጅራ ባንክ በተለያዩ የሀገሪቱ ክፍል "ረመዷን የሰደቃ እና የእዝነት ወር" በሚል መሪ ቃል እያካሄደ የሚገኘው የተቀናጀ መረኃ-ግብር በመቀጠል በሶማሌ ክልል መናገሻ ጂግጂጋ ከተማ ለሚገኘው የኢክላስ የቲሞች መዓከል ከክልሉ መጅሊስ ጋር በመተባበር ድጋፍ በማድረግ ለወገኑ ያለውን አለኝታነት በተግባር አሳይቷል። 

ሙሉ ለሙሉ ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት ለደንበኞቹ በማቅረብ እየተንቀሳቀሰ ያለው ሂጅራ ባንክ ማህበራዊ ሀላፊነቱን ለመወጣት በርካታ ተግባራትን እያከናወነ ይገኛል።

በመረኃ-ግብሩ ላይ የእስልምና ጉዳዮች ምክርቤት ተወካዮች  እና የባንኩ የሥራ ኃላፊዎች  ተሳታፊ ሆነዋል።

ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!

Baankiin Hijraa magaalaa naannoo Somaalee jigjigaa keessatti argamuun, Dhaabbata Gargaarsa Yatiimaa "Iklaas" jedhamuuf sagantaa sadaqaa gaggeesse.

​Baankiin Hijraa kutaalee biyyattii gara garaa keessatti mata-duree "Ramadaanni Ji'a Sadaqaa fi Rahmataati" jedhuun sagantaa qindoominaan gaggeessaa jiru itti fufuun, magaalaa guddoo naannoo Somaalee Jigjigaatti wiirtuu yatiimotaa "Iklaas" jedhamuuf Mana Maree dhimmoota Islaamummaa naannichaa waliin ta'uun deeggarsa gochuudhaan, lammiif abdii ta'uu isaa gochaan agarsiiseera.

​Baankiin Hijraa tajaajila baankii guutumaa guututti dhala irraa bilisa ta'e maamiltoota isaatiif dhiheessuun socho'aa kan jiru yoo ta'u, itti gaafatamummaa hawaasummaa isaa ba'chuufis hojiiwwan hedduu raawwataa jira.

​Sagantaa kanarratti bakka bu'oonni Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa fi hoggantoonni hojii baankichaa argamaniiru.

Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!
11
2.6K

Обсуждение 0

Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.

Обсудить в Telegram

Hijra Bank

18.6K
Journey to a bright future
Hijra Bank is a full-fledged interest free Bank in Ethiopia joined the financial industry in 2021
Открыть в Telegram