Hijra Bank @HijraBank 09.03.2026 14:02 Скопировать Пожаловаться Hijra Bank Фото: #ባህርዳር #Bahardaar ሂጅራ ባንክ ከአማራ ክልል እስልምና ጉዳዮች ከፍተኛ ምክር ቤት ጋር በመተባበር የሰደቃ መረኃ-ግብር አካሄደ። ሂጅራ ባንክ በተለያዩ የሀገሪቱ ክፍል "ረመዷን የሰደቃ እና የእዝነት ወር" በሚል መሪ ቃል እያካሄደ የሚገኘው የተቀናጀ መረኃ-ግብር በመቀጠል በአማራ ክልል መዲና ውቢቷ ባህርዳር ለሚገኙ ዑለሞች ድጋፉን አድርጓል። በመረኃ-ግብሩ ላይ የክልሉ እስልምና ጉዳዮች ምክርቤት ፕሬዝዳንት ሼህ ኑረዲን ቃሲምን ጨምሮ የባንኩ የስራ ሃላፊዎች እና በከተማዋ የሚገኙ ዑለማኦች ተሳታፊ ሆነዋል። ሙሉ ለሙሉ ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት ለደንበኞቹ ለማቅረብ እየተንቀሳቀሰ ያለው ሂጅራ ባንክ ማህበራዊ ሀላፊነቱን ለመወጣት በርካታ ተግባራትን እያከናወነ ይገኛል። ሂጅራ ባንክ! ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ! Baankiin Hijraa Mana maree ol'aanaa dhimmoota Islaamummaa Naannoo Amaaraa waliin ta'uun sagantaa sadaqaa gaggeesse. Baankiin Hijraa sagantaa sadaqaa mata-duree ''Ramadaanni Ji'a Sadaqaa fi Rahmataati'' jedhuun guutuu biyyaatti gaggeessaa jiru itti fufuun ulamaa'ota naannoo Amaaraa magaalaa miidhagduu Bahardaar jiraataniif gargaarsa godheefii jira. Saganticha irratti perezidaantii mana maree dhimmoota islaamummaa naannoo Amaaraa sheek Nuuraddiin Qaasim dabalatee hoji-gaggeessitoonni baankichaa fi Ulamaa'onni magaalattii keessatti argaman hirmaataniiru. Tajaajila Baankii guutumaa guututti dhala irraa bilisa ta'e maamiltootaaf kennaa kan jiru Baankiin Hijraa itti gaafatamummaa hawaasummaa isaa bahachuuf sochiilee hedduu gaggeessaa jira. Baankii Hijraa Imala gara egeree ifaa! #HijraBank #ባህርዳር #Bahardaar #ifb #ረመዷን_የሰደቃ_እና_የእዝነት_ወር #Ramadaanni_Jia_Sadaqaa_fi_Rahmataat ❤ 8 2.6K
Обсуждение 0
Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.
Обсудить в Telegram