avatar
Hijra Bank
@HijraBank
08.03.2026 21:11
#ወራቤ
#Waraabee

ሂጅራ ባንክ በማዕከላዊ ኢትዮጵያ እያካሄደ ያለውን የሰደቃ መረኃ-ግብር ቀጥሎ በስልጤ ዞን ዋና ከተማ ወራቤ ከትሟል።

"ረመዷን የሰደቃ እና የዕዝነት ወር" በሚል መሪ ቃል በመላ ሀገሪቱ እያካሄደ ባለው የተቀናጀ ፕሮግራም ለተቸገሩ ወገኖቹ አለኝታነቱን ለማሳየት እየታተረ ይገኛል።

ሂጂራ ባንክ ሙሉ በሙሉ ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት ለመስጠት ላለፉት አምስት አመታት ደንበኛ እና ህዝብ ተኮር ሥራዎቹን አጠናክሮ የቀጠለ ሲሆን የባንኩ ሸሪዓዊ ፍልስፍና ድህነትን ለማጥፋት ፍቱን ስለመሆን ምሁራኖች ይመሰክሩለታል።

በወራቤው መረኃ-ግብር የባንኩ የዲስትሪክት እና ቅርንጫፍ አመራሮች፣ የከተማ መስተዳድሩ አመራሮች እና በዝቅተኛ የኑሮ ደረጃ ላይ የሚገኙ ወገኖች ተገኝተዋል።

ሂጅራ ባንክ!
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!

​Baankiin Hijraa sagantaa sadaqaa giddu-galeessa Itoophiyaatti gaggeessaa jiru itti fufuun, magaalaa guddoo Godina Silxee kan taate Waraabee gaheera.

​Mata-duree "Ramadaanni Ji’a Sadaqaa fi Rahmataati" jedhuun sagantaa qindaa’aa biyya guutuutti gaggeessaa jiruun, lammiilee rakkataniif abdii fi deeggarsa ta’uuf carraaqqii gochaa jira.

​Baankiin Hijraa tajaajila baankii guutumaa guututti dhala irraa bilisa ta’e kennuuf waggoota shanan darban hojiiwwan maamilaa fi ummata irratti xiyyeeffatan cimsee kan itti fufe yoo ta'u falaasfamni Shari’aa baankichaa hiyyummaa balleessuuf qoricha bu’a qabeessa ta’uu isaa hayyoonni ragaa ba’u.

​Sagantaa Waraabee kana irratti hoggantoonni distiriiktii fi damee baankichaa, hoggantoonni bulchiinsa magaalaa fi lammiileen sadarkaa jireenya gadi-aanaa irratti argaman hirmaataniiru.

Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!
21
3K

Обсуждение 0

Обсуждение не доступно в веб-версии. Чтобы написать комментарий, перейдите в приложение Telegram.

Обсудить в Telegram

Hijra Bank

18.6K
Journey to a bright future
Hijra Bank is a full-fledged interest free Bank in Ethiopia joined the financial industry in 2021
Открыть в Telegram